Gaaddisa Didhaa Mul'isa

Gaaddisa Didhaa Mul'isa Egere

  jedhaa my family
15/11/2026

jedhaa my family

  jedhee anaaf kan dhufu yesuus qofadha!follow godhaa my family🥰
14/11/2026

jedhee anaaf kan dhufu yesuus qofadha!
follow godhaa my family🥰

👉Guyyaa gaarii hin taanetu si mudate jechuun👉Jireenya gaarii hin taane qabda jechuu miti !!Follow godhaa my family🥰
12/11/2026

👉Guyyaa gaarii hin taanetu si mudate jechuun
👉Jireenya gaarii hin taane qabda jechuu miti !!
Follow godhaa my family🥰

10/11/2026

Dhipachuun rakkina bor sitti dhufu sirraa ittisa osoo hin taane nageenya har'a of Harkaa qabdu si duraa balleessa.

  ?comment jaala ka'aa my family
09/11/2026

?
comment jaala ka'aa my family

Dilbata gaarii my family
08/11/2026

Dilbata gaarii my family

27/10/2026

keetinaan barbaacha argadhee #4

👉  qabi:-Jireenyi olka'iinsaafi gadi bu'iinsan guutuudha👉lamaan isaani iyyuu simannaa walqixa ta'een  fudhadhu👉yeroo rak...
14/10/2026

👉 qabi:-Jireenyi olka'iinsaafi gadi bu'iinsan guutuudha
👉lamaan isaani iyyuu simannaa walqixa ta'een fudhadhu
👉yeroo rakkisaa ija jabina nu barsisa.
👉yeroo gammachuu immoo galateeffachuu nu barsisa.
follo godha my family🥰🥰

👉Cal jedhii waaqayyof in danda'ama jedhii darbi !!
13/10/2026

👉Cal jedhii waaqayyof in danda'ama jedhii darbi !!

05/10/2026

👉Kabaja ati odeessuutin argatuura
Kabaja callisuutiin argaatutu caala!

Address

Ambo Wereda
Ambo
GS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa Didhaa Mul'isa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category