Jira hunda bacha

Jira hunda bacha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jira hunda bacha, Grocers, Adama.

Bossona Oromiyaa 💖
21/03/2026

Bossona Oromiyaa 💖

16/03/2026

Alhamdulilah🤍
Lubbu RABBII soora humaa yaadina
waliin, waliif, walirraa nuhaa milkeeysu Foon kiyya

14/03/2026

🕋 Kuni Makka 🕋

Wiirtuu Qalbii fi Ganda Eebbaa!
Makkaan Magaalaa hundaaf haadha (Ummul Quraa), iddoo itti nagaan itti dhalateefi iddoo itti Ergaan RABBII (Wahyiin) dachee kanatti makamedha.

1. Lafa Gammoojjii irraa gara Wiirtuu Addunyaatti:

Makkaan jalqaba lafa bishaan, mukni fi namni hin jirre turte. Garuu, jaalala fi ajaja Rabbii hordofee Nabiyyullaah Ibraahim haadha manaa isaanii Haajarii fi ilma isaanii Ismaa'iil achitti dhiisanii deeman…

2. Burqa Milkii Sayyida Dhugaatii Bishaan Zam-zam:

Inni kun seenaa hunda caalu! Obsuma Haajarii fi beelaan hirriba dhabuu Ismaa'iil hordofee, bishaan Zam-zam lafa keessaa madde. Bishaan kun Magaalaan Makkaa akka hundooftuuf sababa guddaa ta'e.
Dura bu’aa Malaa’ikaatu bishaan kana qote.

3. Ijaarsa Ka’abaa:

Nabi Ibraahim fi Ismaa'iil qe'ee qulqulluu kana isaantu ijaare. Ijaarsa sana keessatti: "Yaa Rabbii, qalbii ilmaa itti harkisi" jedhanii kadhatan. Kunis hanga har'aatti namni miliyoonatti lakkaawwamu akka achitti dhangala’uuf sababa ta'e.

✨ Ganda Nabi Muhammad (صلوات الله وسلامه عليه)

Makkaan iddoo itti Xaliilli RABBII Asheetni bara baraan haaraa (Nabi Muhammad) dhalatanii dha.
• Iddoo itti Jibriil (A.S) ergaa jalqabaa "Iqra" (Dubbisi) jedhu itti RAHMAAN irraa fidee dha.
• Iddoo itti Bilal "Ahadun Ahad" jedhee sagalee tokkummaa addunyaatti labsedha.

Makkaan bakka itti kabajni namaa dhalootaa fi sanyiin osoo hin taane, Rabbii ofiitti dhihaachuun itti madaalamudha. Iddoo itti mootiin fi hiyyeessi gateettii wal-tuqanii dhaabatanidha.

Yoo Makka dhufte, akka waan dhaloota kee ganamaatti deebitee haaraa taata, nagaa fi tasgabbii uumama kee keessatti dhabde deebistee argatta! Dhandhama iimaanaatu sitti dhaga'ama.

14/03/2026

Kun siidaa haaraya IMAAM AHMED kan biyyaa S/Land Boorama keessatti ijaaramedha.

Dhugaan eessa jirti?
Namni siidaan isaa mul’atu kun AHMAD IBN IBRAHIM AL-GHAZI yookaan AHMED GRANY, AHMED GUREY, akkasumas IMAAM AHMED jedhamuun saboota adda adda biratti ni waamama. Namoonni gariin inni OROMOO dha jedhu, kaanimmoo HARARI (ADAREE) dha jedhu kan biraa immoo SOMAALEE dha jedhu.
saboonni kun hundi kan ofii godhachuuf akka seenaatti waan barreessan ni qabu.
Laata dhugaan eessa jirti?

Seenaan dabsuu hin taatu waan teheef, dhugaa barbaadun dirqama.

25/02/2026

#39

25/02/2026
06/10/2023

Hachalu Hundessa at Irreecha 2018 Festival: Whenever IRREECHA is Celebrated, The Great Hero Hachalu Hundessa Is Must Be Remembered

05/10/2023

Dinku Deyasa Biru

“Akka boba’aa konkolaataatti dhiigaa fi lafee ijoollee keenyaa kan haqni isaaniillee hin argamneen deemee as ga’e irreechi. Kanaafuu ummanni keenya irreechi calaqqee oromummaa kooti jedhee deemeetu aarsaa kaffale, kumaatamaan dhume, ammas aarsaa kaffalaa irreecha asiin gahe malee ilaalcha garagaraatiin wal qoqqooduun miti. Wareegamni lubbuu, miidhamni qaamaa fi xiin-sammuu irreechaaf kafalame kan Oromoo maraati malee kan garee muraasaa qofa miti” jedhe Dinquu Dayyaasaa!

Baga wal argine obbo Dinquu!

Barri isin itti kabajamtanii uummata jaallatan waliin handhuura Oromiyaarra nagaan jiraattan ni dhufa! Wanti hin darbine hin jiru!

Address

Adama
JIRA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jira hunda bacha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jira hunda bacha:

Share

Category