Gadaa Birmajii

Gadaa Birmajii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa Birmajii, Grocers, Adama.

12/01/2024
Guyyaa 3/3/2016πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠBulchiinsaa Magaala Adaama kutaa magaala booleetti Mana Maree  Nageenyaa Aanota sadan fi Mise...
13/11/2023

Guyyaa 3/3/2016
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
Bulchiinsaa Magaala Adaama kutaa magaala booleetti Mana Maree Nageenyaa Aanota sadan fi Miseensota Mana maree t a'an waliin hojiiwwan kurmaana 1ffaa hanqinaa fi cimina mul'atan gadi fageenyaan ilaaluun πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€kallattii hojii Nageenyaa kurmaanaa 2ffaa H/R/ Ol'aanaa kutaa magaala boolee obboo Bariisoo Baqqalaatiin kaa'amuun goolabamee jira.

Onkololeessa 5/2/2016      Adaama       BooleeBulchiinsaa Aana Dhaddacha Araarattii Qophii  jala bultii konfiraansii kur...
16/10/2023

Onkololeessa 5/2/2016
Adaama
Boolee
Bulchiinsaa Aana Dhaddacha Araarattii
Qophii jala bultii konfiraansii kurmaana 1ffaa bara 2016 kana fakkaata .

Fulbaana 25 /1/2016Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa booleettii Kabaja Ayyaanaa Irreechaa irraattii caasaa Nage...
06/10/2023

Fulbaana 25 /1/2016
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa booleettii Kabaja Ayyaanaa Irreechaa irraattii caasaa Nageenyaa hundaa waliin marii sona ta'e gaggeeffamee jira.

Fulbaana 24/2016Kutaa Magaalaa   Aanaa Dhaddachaa Araaraa M/B Gadaa Birmajiitti  sagantaan nyaata Barataa jilaa  Sad.I/A...
05/10/2023

Fulbaana 24/2016
Kutaa Magaalaa Aanaa Dhaddachaa Araaraa M/B Gadaa Birmajiitti sagantaan nyaata Barataa jilaa Sad.I/A/P/ Naannooti qindeessaa kilaastara Hawaasummaa Obbo Abdulhaakim Muluu fi Kantiibaa Magaalaa Adaamaa Kabajamoo Obbo Hayiluu Jaldeetiin durfamuun ifaan jalqabamee jira.

Fulbaanaa 16/1/2016       Adaamaa        BooleeBulchiinsa Aanaa Dhaddacha araaratti   # Ayyaanni Daamara karaa nagaatiin...
27/09/2023

Fulbaanaa 16/1/2016
Adaamaa
Boolee
Bulchiinsa Aanaa Dhaddacha araaratti # Ayyaanni Daamara karaa nagaatiin gaggeeffama jira.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa Birmajii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category