Gaara Qirixxee

Gaara Qirixxee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gaara Qirixxee, Grocers, Nairobi.

19/04/2024

Garaan namaa Hallayyaadha
Hallayyaasa qiliilee!
an eenyuunuu hin amanu
Ofiikoorrattan jiile😞
urjii oromoo

Eebbisaa Soolan RaagaaJaal Jabeesaa LammiiGalmoo Oromoo nuf jiradhaa πŸ₯°
03/04/2024

Eebbisaa Soolan Raagaa
Jaal Jabeesaa Lammii
Galmoo Oromoo nuf jiradhaa πŸ₯°

QUBA QABDUU?= = = = = = = = = 1. Warri Awurooppaa saba Oromoo ilaalchisee akkas jedhanii akka barreessan:β€œSabni Jarmanii...
31/03/2024

QUBA QABDUU?
= = = = = = = = =

1. Warri Awurooppaa saba Oromoo ilaalchisee akkas jedhanii akka barreessan:β€œSabni Jarmanii qaroomina Awurooppaatiif gahee guddaa gumaacheera, akkasumas sabni Oromoo guddinaa fi qaroomina Afrikaatiif gahee guddaa taphateeera”.

2. Umuriin sirna Gadaa dimookraasii Giriik waggaa 3500 oliin caaluusaa.

3. Sirna guddifachaa kan jalqaba uumee fi addunyaa kan barsiise Oromoota ta’uu isaa.

4. Sirna gaadanii diinaan loluu (goruella fighting) kan fide saba Oromoo ta’uusaa.

5. Seenaa Maraatoonii keessatti dhiiranis ta’ee dhalaan ardii Afrikaa fi biyya kana yeroo jalqabaaf iddoo bu’anii kan mo’atan Oromoota ta’uu isaanii.

6. Bara durii mootiin Jarman tokko bareedina shamarree Oromootiin booji’amee akka fuudhe, isheenis Bilillee ykn Mahibuubaa ta’uushee.

7. β€œThe highlanders of Oromo horse men played an international game in Adawa victory” jedhamee akka barreeffame.

8. Yeroo jalqabaaf kan bunni biyya isaatti margee fi akka bunni dhugamuu ykn qalamu kan baree fi barsiise saba Oromoo ta’uusaa.

9. Saba addunyaa kana keessaa yeroo Herreega urjiitiin Oromoon, β€œDhaha Dhahuu” jedha. Kan dandeettii kana qaban saba Oromoo, Chaayinaa, Hindii fi Maayaa qofa ta’uusaa.

10. Akka Oromoon itti bulu, akka seera uumamaa eegee jiraatu, akka daa’ima itti guddisu, akka diina itti ofirraa lolu, akka itti wal kabajee jiraatu fi kkf…. Seera kan baase Oromticha Makoo Bilii ta’uusaa.

11. Seenaa Olompiikii keessatti dhiiranis ta’ee dhalaadhaan meetira 10,000 fi 5,000 yeroo tokkotti lamaaninuu kan mo’atan atileetota Oromoo ta’uu isaanii (Qananiisaa fi Xurunash).

12. Yeroo jalqabaaf akka Minilik mana fincaanii qotee itti fayyadamuu kan barsiise mootii Oromoo Jimmaa (Abbaa Jifaar) ta’uusaa.

13. Oromtichi Proofeesar Gabbisaa Ejjetaa yeroo dhiyoo kana sanyii bishingaa (boobee) irratti qorannoo gaggeesseen nama badhaafame yoo ta’u ardii Afrikaaf nama lammaffaa ta’uusaa.

14. Yeroo jalqabaaf xiyyaara biyya kana dhufe paayiletiin balaliise Oromoo ta’uusaa.
?? ++add

π•Šπ•šπ•£π•Ÿπ•’ π•’π•’π•¨π•¨π•–π•–π•Ÿ π•Ÿπ•¦ 𝕔𝕒𝕓𝕀𝕖 π•’π•’π•¨π•¨π•–π•–π•Ÿ 𝕠𝕗 π•šπ•£π•£π•’π•’ π•’π• π•π•π•’β„π•’π•žπ•žπ•’ π•π•¦π•“π•“π•¦π•¦π•Ÿ π•›π•šπ•£π•£π•¦π•₯π•₯π•š π• π•£π• π•žπ•šπ•ͺ𝕒𝕒𝕗 π•Ÿπ•š 𝕝𝕠𝕝𝕝𝕒πŸ’ͺ
31/03/2024

π•Šπ•šπ•£π•Ÿπ•’ π•’π•’π•¨π•¨π•–π•–π•Ÿ π•Ÿπ•¦ 𝕔𝕒𝕓𝕀𝕖 π•’π•’π•¨π•¨π•–π•–π•Ÿ 𝕠𝕗 π•šπ•£π•£π•’π•’ 𝕒𝕠𝕝𝕝𝕒
β„π•’π•žπ•žπ•’ π•π•¦π•“π•“π•¦π•¦π•Ÿ π•›π•šπ•£π•£π•¦π•₯π•₯π•š
π• π•£π• π•žπ•šπ•ͺ𝕒𝕒𝕗 π•Ÿπ•š 𝕝𝕠𝕝𝕝𝕒πŸ’ͺ

Follow me
22/03/2024

Follow me

06/03/2024

Address

Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaara Qirixxee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category