Edao Desta

Edao Desta Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Edao Desta, Grocers, Aje, Shashemene.

01/05/2026
06/09/2024

Qaammee 1 : Guyyaa Cehumsaa!

“Hambaa cehumsaa, Horata ifa haaraa”

Itoophiyaan qormaataawwan ishee mudachaa dhufan irratti injifannoowwan galmeessaa milkaa'inotas galtee imalashee taasifachaa ijaaramaa as geesse. Waggoota jahan darban kanas humnoota faallaa imalashee keessaafi alaa qolachaa wareegama ilmaanshee kaffalaniin birmadummaanshee tikfame.

Yeroon kun seenaa keessatti bifa adda ta'een Itoophiyaa hundarraa hundaan hundaaf taatu ijaaruuf sirna bu'ureessuun yeroo hojiin finiinaa jirudha. Kana malees birmadummaa ishee guutuu taasisuuf cabiinsa rogdaneessaafi falli rogdaneessi hojiirra oolfamee gargaaramtummaa irraa gara oomishtumaatti ce'umsi ajaa'ibsiisaan taasifamaa jira. Injifannoofi muuxannoowwan horanne, qabeenyi uumamaafi kuufamni seenaa keenya hambaa ce'umsa horata ifa haaraati!

Address

Aje
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Edao Desta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category