Humna badhadhiina

Humna badhadhiina Badhadhiina

"ኤርትራውያን እነዚህ ሁለቱ አገሮች የቀድሞ ገዢዎቻቸው (ቅኝ ገዢዎቻቸው) እንደሆኑ ይናገራሉ።"🤣
14/02/2026

"ኤርትራውያን እነዚህ ሁለቱ አገሮች የቀድሞ ገዢዎቻቸው (ቅኝ ገዢዎቻቸው) እንደሆኑ ይናገራሉ።"🤣

16/12/2025

❝...አሰብ የኤርትራ አካል አልነበረም። በነበረው የክፍለ ሀገር አደረጃጀት አሰብ የወሎ አካል ነበር።❞
— ክቡር አቶ አባዱላ ገመዳ፣

11/12/2025

Anis Gabi Edao - Asham Naan Jedhimee - New Ethiopian Oromo Music 2025 (Official Video) DIRECTED BY Dawit Wondosen (Nappi) LYRICS And MELODY Behailu Belihu...

lafee itti cabne, lubbuu itti dhabne itti dhiitamne,itti dhiibamne,dhiigni itti lola'e,dhiirri itti kola'e as geenye, Ga...
08/12/2025

lafee itti cabne, lubbuu itti dhabne itti dhiitamne,itti dhiibamne,dhiigni itti lola'e,dhiirri itti kola'e as geenye, Garuu Warri asi keessa gahee hin qabne kan amma nu rakkisa.

Xaxama xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. Xaxxuun xaxaa xaxuun amala isheeti. Xaxamniif xaxaa...
01/12/2025

Xaxama xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. Xaxxuun xaxaa xaxuun amala isheeti. Xaxamniif xaxaan isheen xaxxe, xaxee nan kuffisu. Xaxamaa xaxxuun naaf xaxxeenan xaxamee kufaa osoo hin taane, хaxaa fi xaxama xaxxuun naaf xaxxe keessaa waaqni na baasa! Xaxaaf xaxamni xaxxuun xaxxee xaxxuudhuma ja'a xaxxee xaxee kuffisaa.

Madda keenya- dhahee cabsuufGadda keenya- bahee labsuufNu taasisuuf- warra laayyooNutti cufa- karra kaayyooIfa haqaa- go...
23/11/2025

Madda keenya- dhahee cabsuuf
Gadda keenya- bahee labsuuf
Nu taasisuuf- warra laayyoo
Nutti cufa- karra kaayyoo

Ifa haqaa- golgee dhaamsuuf
Ija dhugaa- qaroo jaamsuuf
Dhugaa dhoksee- kaasuuf geeba
Lafa dhiitee- harka reeba

Garuu...
Jecha fokkuu- nuuf barreessus
Waan hin malle- nuuf tarreessus
Kiyyoo danuu- diriirsuyyuu
Mortuu danuu- hiriirsuyyuu
Hir'uun keenya- numa guuta
Iftiif dhugaan- suuta suuta
~

28/07/2024
💥Vacation time💥
17/05/2024

💥Vacation time💥



27/02/2024

Maal seete jireenya kana yoo ilaalle 👉Wanta guddaa fakkaatti malee isiin muraasa 💪 Jireenya gabaabduu kana immoo seeraa fi karaa sirriin yoo itti hin fayyadamane💪💪💪Tarii jireenyi keenya dhufu gaabbii wanta amma godhaa jirruu ta'a
Kaayyoo tokko kaawwattee isaaf jiraachuu dadhabuudha
💪Maal seete gaafa kaayyoo tokko lafa godhattu 👉jireenya amma jiraachaa jirtu kanaa olitti jiraachuuf murteessuu kee beekuu qabda 💪Fkn Finfinnee osoo jiraattuu ciro deemuu yoo barbaadde 👉 Sababa ciro deemuu feete qofaaf ciro hin deemtu mitii 👉qophooftee manaa baatee imaluu qabda 💪💪 Akkasuma gaafa barattus gaafa hojjatus imala irra jiraachuu kee beeki 💪💪💪💪💪Namni imala irra jiru osoo makiinaan deemuu jidduun irraa bu'ee yookiin utaalee bakka barbaade san ni ga'aa?? Hin ga'u
Kanaaf kaayyoo tee qofa irratti xiyyeeffattee bakka silaa ga'uu barbaaddu san ga'uuf wantoota kana godhi si gargaara
👉1.Seera mataa keetii baafadhu
💪 Addunyaan amma keessa jiraannu kun akka nuti of-irratti xiyyeeffannee jijjiiramnu hin feetu 👉 Sababa kanaafi bar social media garagaraa kan dhufeef 👉Yeroon kana jedhu namoota siin marsanii jiran irraa jalqabee wantoonni hedduun humna kaayyoo teenya irraa destruct nu godhuu qaban
Kana beeki
💪Karaan tokkichi destruction kana ittiin balleessitu seera mataa keetii baafattee kaayyoo teetiif aarsaa kafaluu qofaani
💪 Seera mataa keetii jechuun wanta biraatii miti👉Yeroo itti wantoonni garagaraa namoota irraa sitti dhufan 👉Eeyyee yookiin hin ta'u wanta ittiin jettu qabaachuudh 💪Fkn sii dubbisu namni koottu yoo siin jedhe lakkii jettee dabarsuu danda'uu qabda
💪Hin dagatin gaafa kana gootu keessi kee namni yoo sitti aare hoo siin jechuu mala💪💪💪💪💪Ati immoo keessa kee immoo amansiisuu danda'uu qabda 💪 Maalii jennaan 💪💪💪Yoo ati har'a kaayyoo keetiif hin jiraanne boru namni siif jiraatu hin jiru waan ta'eef namni hundi si dhiisee quba sitti qaba kana barii wanta keessi kee itti amane godhaa jireenya kee gaggeeffadhu
2👉Wanta hojjattu karooraan hojjad

Address

Shashamannee
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Humna badhadhiina posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category