Kuraa korboo

Kuraa korboo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kuraa korboo, Grocers, Goro, Robe.

31/12/2023

Walooma Walooma Walooma....... Ardaa jilaa
ME'EE BOKKOO
Coming Soon.

Garagarumaa jawaar muhamadifi Tayee Dandaa Hardhalee falmaa mirgaa dhala namaa tahu Kee nuti agarsifte galatomi Baga ken...
15/12/2023

Garagarumaa jawaar muhamadifi Tayee Dandaa Hardhalee falmaa mirgaa dhala namaa tahu Kee nuti agarsifte galatomi Baga kenyaa tatee jawaar kenyaa

Du,aan boqochuu Kee dhagahun bayee namaa dhukubsaa nagyan boqodhuu gametii sabaa
15/10/2023

Du,aan boqochuu Kee dhagahun bayee namaa dhukubsaa nagyan boqodhuu gametii sabaa

10/10/2023

Lij Yared oromo erga hidhamee guyyoota Afurtama kan lakkoofsise ta’us, hanga yoonaa mana murtiitti hin dhiheessin jiru. Himannis irratti hin banamne. Kun guutummaatti hojimaata seeraan aladha. Garee wayii gammachiisuuf yoo tahe malee haqni raawwii seeraan alaa kana gochuun mirkanaa’us hin jiru.

Durumayyuu badii isa hiissiisu hin dalagne; haga kanas hiitanii turuun keessan hin malle.

Ergaa garidhaa galatomaa
08/10/2023

Ergaa garidhaa galatomaa

Qaqaliwan baraa baran jiradhaa
07/10/2023

Qaqaliwan baraa baran jiradhaa

Address

Goro
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kuraa korboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category