Waj.Barnoota A.Barbaree

Waj.Barnoota A.Barbaree Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waj.Barnoota A.Barbaree, Grocers, Baale, Robe.

Godina Baalee A/barbareetti Gareen supparviizhinii barnootaaf naannoo fi godinarraa dhufan hojiilee sadarkaa Aanatti hoj...
08/11/2025

Godina Baalee A/barbareetti Gareen supparviizhinii barnootaaf naannoo fi godinarraa dhufan hojiilee sadarkaa Aanatti hojjatamaa turan haala gaariin ilaalaa jiran.Supparviizhinii kanaaf kan nu bira ramadaman naannoo irraa Obbo Alamaayyoo Tashoomaa biiroo barnoota Oromiyaatti daayirektara daayirektereetii manneen barnoota bultii addaa fi Godinarraa I/A/waajjira barnoota godina Baalee Obbo Naasir Ahmadiidha. walii gala bobbiin kuni garee 8 'n humna namaa walii gala nama 16 ramaduun bobbii geggessaa jira.Daaw'iin kuni har'a bulii 13ffaa isaanii yoo tayu hanga ammaatti
Mana barnoota bu'uura boruu 19
,Mana barnoota sadarkaa 1ffaa 50
,Mana barnoota sadarkaa 2ffaa 3 fi buufata ga'eessotaa 8 walii gala dhaabbata 80 bira kan gayameedha. Daaw'ii hanga ammaatti ilaalameen hojiileen akka ciminaa fi hanqinatti adda bayan kan jiranii fi hojiilee akka hanqinaatti adda bayan sirreeffama battalaa taasisuun akka sirraa'u tayuu danda'eera. Supparviizhiniin kuni ammas kan itti fufuudha!

28/08/2025


Qaammee 5/2017 Booda Manni Barnootaa Barataa Galmeessu Hinjiru !
------------------
BBO- Hagayya 21/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Idileefi Haaraa guyyaan galmee Hagayya 26 hanga Qaammee 5/2017 Qofa akka galmaa'an beeksisuun ni yaadatama.

Bu'uuruma kanaan:
Galameen barataa Hagayya 26/12/2017 hanga Qaami'ee 5/13/2017tti dabalatee guyyoota otuu wal irraa hincitin waan gaggeeffamuuf 'ee galmooftan_irra_deebinee isin beeksifna.

Kanaafuu, haaluma kana hubachuun barattootni yeroo galmeef kaa'ame keessatti akka galmeessiftan jechaa, Qaammee 5/2017 booda manneen barnootaa barataa simatee galmeessu akka hinjirre gamanumaa isin beeksifna.

Barsiisotniifi hoggansi manneen barnootaa kanuma hubachuun,hagayya 23/2017 mana barumsaa irratti argamuun fulbaana 2-4/1/2018tti barattoota daree dareetti qooduun maqaasaanii roostarii irratti akka qabattan;
Fulbaana 5/1/2018 barnoota kennuu jalqabuu,
Kunis yeroon barnootaa bara 2018 akka hin qisaasofne gargaara.

!

!
, Galmaa'aa! Galmeessisaa!
'u!!

Address

Baale
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waj.Barnoota A.Barbaree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category