ROBE Islamic Center

ROBE Islamic Center Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ROBE Islamic Center, Grocers, Baalee Roobee, Robe.

16/06/2024

عيد مبارك
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Baga iidul Ad-haan isin gahe

🆕Haa jabaannu Aduu gaafa dilbataa sagantaa bal'aa Iddoo seena qabeessa Isteediyeemii madda walaabutti Qophaa'e irratti d...
11/03/2023

🆕Haa jabaannu Aduu gaafa dilbataa sagantaa bal'aa Iddoo seena qabeessa Isteediyeemii madda walaabutti Qophaa'e irratti dursii hirmaadhu
🅾Ganamaan bahi Bareedii koottu uffadhu , dibadhu , dhiqadhu Faaya islaamummaa keessaaf alaan calaqqisi .
❣Eennu Akka taane mul'ifna .
❣Shabaaba Kalee kan har'aa kan boruu taana .
💕Nama Abdatamu kan irra kaayamu kan itti hawwamu taana .
🔖Haa jabaannu .... Boruu

  Page   Islamic center 1_odeeffannoo waytaawaa kennu 2_ Da'awaa gababa fi barsisa ta'e kennu 3_seenaa babbareeda 4_gaaf...
09/03/2023

Page Islamic center
1_odeeffannoo waytaawaa kennu
2_ Da'awaa gababa fi barsisa ta'e kennu
3_seenaa babbareeda
4_gaafiif deebi carra badhaasa qabu fi k.k.f
fi dhaamsa keenyaa gochuun nu hordofaa 🙏🙏🙏

09/03/2023

kana keessatti namoota akka hirmaataniif link asi gadii kana namootaf share godhaa hangaa dandettanin

https://t.me/robehumanity
09/03/2023

https://t.me/robehumanity

Chanel Humanity Center 1_odeeffannoo waytaawaa kennu 2_ Da'awaa gababa fi barsisa ta'e kennu 3_seenaa babbareeda 4_gaafiif deebi carra badhaasa qabu fi k.k.f fi dhaamsa keenyaa gochuun nu hordofaa 🙏🙏🙏

Address

Baalee Roobee
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ROBE Islamic Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category