Naaftaanan oro

Naaftaanan oro Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Naaftaanan oro, Grocers, Gololchaa, Robe.

13/01/2023

Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Na Jalaa Ja’aa !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim
Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin
Wassalaatu Wasaalaamu Alaa Rasuulillaahi
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

Yaa Rabbii Keenya Dilii teenya hunda nuuf araarami
Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii hunda nurraa qeebali
Yaa rabbi adunyatti jiruu gaarii Nu jiraachisi
Aakhiratti jannatul Firdoowsiin nu qananiisi

Yaa Rabbi waan nu jalaa bade Nuuf Mullisi
Yaa Rabbi waan nu jalaa fagaate hunda nuuf dhiheeysi

Yaa Rabbi Nama karaa Keetirratti du’u nu taasisi.
Yaa Rabbi Rizqii nutti ballisi
Kheeyriin dalaguu nuuf laaffisi

Yaa Rabbi shabaaba Keenya jaartii gaarii kenniif
Shamarran keenyaaf jaarsa gaarii kenni
Dhukkubsataa Keenya hunda nuuf fayyisi
Kan nurraa Aakhirame hundaaf Rahmata Nuuf godhi

Haadhaa abbaa keenyatti nuuf toli
Ibaadaa tee hunda Nuuf Laaffisi.

Yaa Rabbii keenya si kadhannee nuuf qeebali
Tan nurraa irratte atummaan itti nuuf guuti.

Aaaamiin Aaamiin Yaa Rabbal Aalamiin.

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149

Bakka yadde ga,uuf tattaafadhu
13/01/2023

Bakka yadde ga,uuf tattaafadhu

Abbaan qabsoo Oromoo inni jalqabaa du,aan addunyaa tanarraa boqataniiru
06/11/2022

Abbaan qabsoo Oromoo inni jalqabaa du,aan addunyaa tanarraa boqataniiru

As wr wb jirta jirtuu oromoon hundinuu
07/10/2022

As wr wb jirta jirtuu oromoon hundinuu

Address

Gololchaa
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naaftaanan oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category