Fentale koo

Fentale koo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fentale koo, Grocers, Fentale, Metehara.

10/04/2024

Eid mubarak kan baranaa kan bara dhufutti nuuf haa dhaammatu.!

21/09/2023

QORKEEN MAAL JETTI MEE?
OSOON DUBBATTEE!

Warri VOA koottaa daaw'adhaa!Dogongora seenaa hojjetanii fi amantummaa uummata keenya biraa akka hin qabne ofumaan ragaa...
21/09/2023

Warri VOA koottaa daaw'adhaa!
Dogongora seenaa hojjetanii fi amantummaa uummata keenya biraa akka hin qabne ofumaan ragaa nuuf baatani, keessa miidiyaa keessanii keessa holqi dawoo diinaa guddaan akka jiru ka itti nuuf mirkaneessitanii fi rakkoo yeroo baay'ef uummanni keenya keessa ture akka miidiyaa tokkotti odoo sagalee nuuf hin ta'in hardha gadi baatanii lafa oromiyaa diinni kaleessarraa eegalee uummata oromoo (Karrayyuu) irratti caphsaa ture diina cinaa goruun oduu sobaa nurratti hojjetanii jirtu, kanaaf dogongora hojjataniif uummata keenya dhiifama akka gaafattaniu fi dogongora hojjatan irra deebitanii sirreeffatan isin gaafanna. Ka asii gadii kun maqaa sirrii lafa keenyaa ka waaqaa lafti beektu!
Gaazexeesitoonni Oromoo kabajnuu fi jaalannu hedduun VOA keessa jirtan gadi baatanii ifatti dogongora hojjataniif ykn miidiyaan keessan hojjeteef isinis akka dhugaa jiru dubbatan addatti isin gaafanna!





Warreen hafanis mention godhaa yaamaa mee!

Postin Hawaas laga yaa'u 🙊🙊❤❤💯🤜🤛🙏🏻🙏🏻

08/08/2023

Address

Fentale
Metehara

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fentale koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category