Ashaara badhaadhina daaroo labuu

Ashaara badhaadhina daaroo labuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ashaara badhaadhina daaroo labuu, Grocers, Gaadulloo, Mechara.

Guyyaan 13/8/2016Daaroo labuuAraddaa biilaati hojii qonaa arfaasa qotame yeroo ilaalu
21/04/2024

Guyyaan 13/8/2016
Daaroo labuu
Araddaa biilaati hojii qonaa arfaasa qotame yeroo ilaalu

25/12/2023




Irra deebii! Kaayyoon MM Abiy ‘addunyaan Itoophiyaa Itoophiyaa akka jettu goona’ jedhan maali?''Galma kana keessatti nag...
25/12/2023

Irra deebii! Kaayyoon MM Abiy ‘addunyaan Itoophiyaa Itoophiyaa akka jettu goona’ jedhan maali?

''Galma kana keessatti nagaan taa’uu erga dandeenyee biyyi keenyas nagaa ta’uu ni dandeessi” jechuun jalqaban.

Dhimma sabummaa, dinagdeefi kaanirratti dubbatan. Dhimmi biraa kaasan dhimma ilaalcha siyaasaa amma Itoophiyaa keessatti dagaagaa jiruuti.
Suuraa: Getty Images
Gabaasa guutuu: https://bbc.in/3TCXB0P

"Ilaalcha qeenxee nama dhuunfaa hordofnee gocha badii uummata Oromoo irratti raawwanneef dhiifama gaafanna"Miseensota AB...
25/12/2023

"Ilaalcha qeenxee nama dhuunfaa hordofnee gocha badii uummata Oromoo irratti raawwanneef dhiifama gaafanna"
Miseensota ABO Shanee
===

Miseensoonni ABO Shanee ummata dararaa turaniifi qabeenya mancaasaa turan harka kennaniifi booji'aman gocha raawwataa turaniin gaabbuun nagaa filachuun leenjii haaroomsaa ji'a lamaaf fudhachuun ummatatti makamaniif magaala Dambidoollootti simatamaniiru.

Miseensonni kunneenis ilaalcha qeenxee nama dhuunfaa hordofuun uummata Oromoo irratti safuu cabsuun badii raawwaanneef gaabbineerra; uummanni Oromoos dhiifama akka nuuf godhu gaafanna jedhan.

Gaaffiin Oromoo afaan qawween malee deebii hin argaatu kan jedhu olola namni dhuufaa fedhii dhuunfaasaa giddu-galeessa godhachuun ittiin wal nuu nyaachisaa jiruudha,nutis kana hubannee karaa nagaa hawaasatti makamne.ABO Shaneen kaayyoo badii malee, mul’ata biyya ijaaruu waan hin qabneef,mootummaa cinaa hiriiruun nageenyaafi misooma itti fufsiisuu qabna jedhan.

Akka gocha raawwaanneef du’atu nuuf mala ture,mootummaan garaa bal’atee dhiifama nuuf godhe jedhan.Dargaggoota sodaa qabaniin bosonatti hafanis waamicha dhiyaate kabaajuun nagaan akka galan dhaamaniiru.

Abbootiin Gadaafi jaarsoliin biyyaa sirna simannaafi dhiifamaa kana irratti argamanis,nageenya fiduu hojii boonsaa mootummaa raawwaachaa jirutti gammaaduu himuun,uummata Oromoo bakka bu’uun miseensoota kanaaf dhiifama taasisaniiru.

Bulchaan Godina Qellem Wallaaggaa, Obbo Gammaachuu Gurmessaa,qabsoon afaan qawwee,qabsoo boodatti hafaadha jedhan.
Jaarraan ammaa jaarraa yaadan itti wal morkan waan ta’eef baga nagaan gara qe’ee keessanitti deebitan jedhan. Dargaggoonni kunneen hojjetanii akka of jijjiiraniif mootummaan deeggarsa gama hundaa akka gumaachu himaniiru.

Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.e

Biyyaaleessummaan Maaliif? Biyyaaleessummaan tokkummaa sab-daneessa heera mootummaa bu’uura godhateedha. Heera mootummaa...
25/12/2023

Biyyaaleessummaan Maaliif?

Biyyaaleessummaan tokkummaa sab-daneessa heera mootummaa bu’uura godhateedha. Heera mootummaa bu’uura kan godhate yommuu jennu, tokkummaa sab-daneessa heddummina amanee fudhatu jechuu keenya.

Sababni isaas, sonawwan waliigaltee ummattootaatiin heera mootummaarra kaa’aman heddumminaaf gatii guddaa kennu.

Tokkummaa sab-daneessi heddummina waan keessumeessuuf ammoo sirna heera mootummaa cimsuun tokkummaa fi waliigaltee biyyaaleessaaf bu’uura cimaa kaa’a.

26/11/2023
25/11/2023

Address

Gaadulloo
Mechara

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ashaara badhaadhina daaroo labuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category