AL:Furqaan

AL:Furqaan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from AL:Furqaan, Grocers, maykiroo, Kombolcha.

31/03/2023
19/03/2023

Bro kiya Muslima 💚🤍
Osoon du'aayii naaf godhaaf jedhee maal jettanii naaf gootu?

04/02/2023

Kaleessa seenaa dha.
Bor iccitiidha.
Guyyan Arra kun Garu badhaasa Rabbin siif Kenne!
Kennaa kee itti fayyadamuu ykn qisaasessuun filannoo kee ti.
Alhmdulilah Jedhii rabbii kee galateeffadhu
Fayyaa Guutu Qabatee Guyya Arra Arku Keetif alhmdulilah
Namoota Biraatif Madda Gammachuu Tahi
Hanga dandeessu gaarii ta'i,
namoota hundaaf yaada gaarii yaadi;
Badhaasni isaas rabbiin waan gaarii ati yaddeefi wan ati hin yaadne hunda siif Kenna malee waan ati yaadde qofa miti.
Gaarii Tahuu kee Gochan Agarsisii
Garoominni Keessa kee jira wan tahef

Eenyummaa kee hojiidhaan Agarsisii
Galma Qabachuu qabda
Karoora Qabachuu qabda
Waan Waggaa 5 ykn waggaa 10 booda ta'uu barbaaddu amma irra jalqabuu qabda!
Ni injifataa ,Ni milkoyta
Milkaa’uu jechuun bakka amma jirtu beekuu jechuudha
Yoo waan sirra eegamu fi waan itti amantu hojjechuti jirta ta’e. sana booda bakka barbaaddu ni geessa.
Art Mohammedzeyni

03/02/2023

Welcome to the official YouTube channel of biiftuu media Biiftuu media specialists in producing music videos &hostin...

Address

Maykiroo
Kombolcha

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AL:Furqaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category