Riduwan sefu

Riduwan sefu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Riduwan sefu, Grocers, Asandabo, Jimma.

01/06/2026

FILANNOO SOBAA....
************************
100 keessa yoo 1 filattes
100 keessa yoo dhibba filattees
100 keessa yoo sobaan filatamtes
Filannoon filannoo sobaati !!!

Filaanno dhaqee wanan filaadhu dhabeen dhabataa jiraa🤭
01/06/2026

Filaanno dhaqee wanan filaadhu dhabeen dhabataa jiraa🤭

“Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raaji'uun. Deeggartoonni Arsenal maal ta'anii jiru?” 😄⚽
31/05/2026

“Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raaji'uun. Deeggartoonni Arsenal maal ta'anii jiru?” 😄⚽

Garee Senegal Waancaa Africaa nyaatee ji’a sadi booda irraa fuudhanii Morocco 🇲🇦 dhaaf kennan. Carraan Kan Arsenal kanas...
20/05/2026

Garee Senegal Waancaa Africaa nyaatee ji’a sadi booda irraa fuudhanii Morocco 🇲🇦 dhaaf kennan. Carraan Kan Arsenal kanas irraa fuudhanii kan biroof kennan jiraa laata? Yoo xiqaate ji’a sadi eegee abdii kuta malee ani ammas Arsenal waancaa nyaachuun naaf liqimfamaa hin jiru. Bilbila Nama waancaa Senegal irraa fuudhee San yoo qabaattan comment jalatti barreessaa please. Thank you 🤓🤓

01/03/2026

Amantiin biyya Israel keessatti baay'inaan hordofamu
✡️ Yihudota (Judaism) 73–75%
☪️ Muslimoota (Islam) 17–18%
✝️ Kiristaanota (Christianity) 2%
🟣 Druze – 2%

Amantiin Iran keessatti baay'inaan hordofamu
• Shii’a (Twelver Shia) 90–95%
• Sunni Islaamaa 5–10%
Kristaana xiqqoo 0.2–0.4%

Deeggarsi maay**yimoota biyya keessa 🇮🇷 fi 🇮🇱 deeggaranii bu'aa hin qabu
😄 maaliif akka deeggaraniis hin beekan kanaaf jenna!
Nuti biyya milishaadhan bulutu biyyoota meeshaa takka nu dhageenye hin beekneen wal~afuuftu deeggara ee bada hiyyeessa🤣

Iran kan deeggarruuf immoo birmadummaa ofii kabajichuuf eenyyu waan hin dhageenyef kanuma!✌

27/02/2026

Namoota situfatan caala wanti kaka'umsa siif ta'u jira!!

21/01/2026

Rakkinaaf Xiyyitii ciisanii dabarsumoo fiiganii dabarsu?🙄

07/01/2026

Namuma kottuu daabboo nyaadhu naan jedhu haa dhabuu?🙄

27/06/2025

Keekiyyaa badhaadha .Jala dhahi👇👇

Address

Asandabo
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riduwan sefu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category