25/10/2023
Prof
Jabaa ilma Oromoo, hayyuufi qorataa qaccee biqiltootaa!
Kan bulchitoonni Ameerikaa Barack Obama haga Joe Bidenitti ciminasaa dinqisiifatanii badhaasaniifi muudama guddaa kennaniif!
Kaleessa meedaaliyaa olaanaa akka Ameerikaatti saayintistootaaf kennamu argatee jira!
Jabaa abbaan gate ormatu kabajee irraa fayyadama! Waan meeqa taane!