SULE HD

SULE HD Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from SULE HD, Grocers, Asela, Itaya.

28/03/2026
πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽKuni kennaa(Gift) an siif kennuudhaAssalaamuu aleeykumNama atiπŸ‘ˆπŸΌdhiifama gooteef keessaa kan jal qabaa tahuu ...
04/02/2026

πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽπŸŽ€πŸŽ
Kuni kennaa(Gift) an siif kennuudha
Assalaamuu aleeykum

Nama atiπŸ‘ˆπŸΌdhiifama gooteef keessaa kan jal qabaa tahuu barbaada osoo πŸŒ™ ramadaanni hin seenin.
Dhiifama 🀝🏼 yoo an guyyama tokkollee qalbii tee naasise.
Dhiifama 🀝🏼 yoo sababa kiyya bootte😭😭
Dhiifama 🀝🏼 yoo jette jetteedhaanis namni waa sitti himee dhageetteπŸ‘‚πŸΌπŸ‘‚πŸΌ
Dhiifama 🀝🏼 walumaa galatti osoo beekuu ykn osoo hin beekin yoo si miidhe.

Ramadaanni πŸŒ™ nu hundaafuu carraa dha itti haa fayyadamnuu πŸ™ŒπŸΌ πŸ™ŒπŸΌ

πŸ€·πŸ»β€β™‚πŸ€·πŸ»β€β™‚πŸ€·πŸ»β€β™‚Dhiifama wanti si gaafadhuuf ani waan si jaaladhuufi 😍😍 of qulqulleessinee ramadaana yoo simanne soomni keennas nurraa ol fuudhama.

Insha allah akka ati dhiifama naaf gootu Abdiin qaba galatoomiiπŸ‘πŸ½πŸ‘πŸ½πŸ‘πŸ½

βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™βŠ™

*Nama jaalattuu ❀ ykn nama sitti mufatee 😣😣 ergaa kana ergiif yoo anis nama ati jaalattu ❀ keessa tahe deebisii naaf ergi*

Address

Asela
Itaya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SULE HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category