15/10/2023
Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo yaa'ii idilee kurmaana 1ffaa 2016 gaggeeffama jira
Gabaasa aanaa Xuulloo guutu I/A bulchaa aanaa Xuulloo obbo Mohammed Abdallaa miseensa mana marii aanaa xullootif yeroo dhiiyatu kan fakkata