Warra xuulloo

Warra xuulloo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Warra xuulloo, Grocers, Hirna.

Magaalaa Dabbasotti, Inisheetiviin qonna magaalaa garagaraa dargaggoof carraa hojii ummuuf hojjatamaan daawwatameera. ==...
25/10/2023

Magaalaa Dabbasotti, Inisheetiviin qonna magaalaa garagaraa dargaggoof carraa hojii ummuuf hojjatamaan daawwatameera.
=========
Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuulloo Magaalaa Dabbasootti, Hojileen qonnaa magaalaa carraa hojii dargaggootaaf umuuf inisheetiviin misoomaa adda addaa hojjatamaan qaamolee hawaasa adda aaddaa godinichaan dawwatamee jira.

Hojileen inisheetivii qonna magaalaa adda addaa bakka hooggansi godinaa fi naannoo, Abbootiin amantaa, jaarsoliin biyyaa, dargaggoonni fi qaamoleen hawaasaa gara garaa argamanitti kilaastara lukkuufi sheedii kilaastaar damma fi furdisa beeyladaa walumaagalatti hojileen dargaggootaaf carraa hojii umuuf hojjataman daawwatameera.

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Warra xuulloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category