Eman Murad

Eman Murad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eman Murad, Grocers, Harar.

17/02/2026

Ramadan Mubarak 🌙

Warra Baranaa kan bara hedduu Rabbiin nu haa godhu😍

ረመዳን ሙባረክ😍

እንኳን ለታላቁ ረመዳን ወር በሰላም አደረሰን አደረሳችሁ🌙

17/02/2026

Ergaa Baga Geessani

Kabajamoo Itti Gafatama Waajjira Paartii Badhaadhina Aanaa dirree xayyaara obbo Abdullahi Hawaasa Aanicha Hundaan Baga Jala Bultii Ji'aa Soomana Ramadana kan Waggaa 1447ffaan Isin Gahee ,Baga Geessaan Bagaa Geenyee jechun erga dabarsaniiru.

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota amantii muslimaa bulchiinsi aanaa dirree xayyaara ergaa baga geessanii yommuu isiniif dabarsinu kabajaa, ulfina, jaalala ,aantummaa fi fedhii onnee koo irraa madde ta'uu isiniif ibsaa,hunda dura baga ji’a soomana ramadana waggaa 1447 ffaan nagaan geessan.
Baga walin geenyee

Baatiin Ramadaanaa ji'a eebbifamaa wal gargaarsii fi wal utubuun, waliif yaaduu fi wal jaalachuun itti baay’atuu fi araara rabbii ittiin argatan ta’uu akka qabu,Keessattu ummanni keenya yeroo soomana ramadana kana soomantan Aadaa rakkata gargaruu fi wal gargaruu cimsuun jalalaa fi gammachuun somanuu qabdu jechun ibsaniru.

Baatiin kun kan gammachuu ,kan jalaala, kan tokkummaa ,kan milkii, kan araara, kan obbolummaa, itti cimsinuu fi kan badhaadhinaa akka ta'u maqaa kiyyaa fi Bulchinsa Aanaa dirree xayyaara isiniif hawwina!

Ramadaan Kariim🤲 !!

16/02/2026

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eman Murad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category