Tajir mahamad

  • Home
  • Tajir mahamad

Tajir mahamad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tajir mahamad, Grocers, .

22/03/2026

03/06/2024


Ergamaan Rabbii Nabi Mohammed (S A W ) gaafa addunyaa kanarraa gama aakiraatti godaanan Mu'aazziina Ergamaa Rabbii kan t...
03/06/2024

Ergamaan Rabbii Nabi Mohammed (S A W ) gaafa addunyaa kanarraa gama aakiraatti godaanan Mu'aazziina Ergamaa Rabbii kan turan Bilaal Ibnu Rabaah duuti ergamaa Rabbii akkaan akka malee qalbii isa cabsee Madiinaa keessa taa'uu dadhabe.

Bilaal Ibnu Rabaah sagalee isaa bareedduu ija imimmaaniin guutameen "Allaahu Akkubar" jechuun azaana jalqabee osoo hin xumurin "Ash hadu anna Muhammadun rassuul allaah" hogguu jechuu deemu jaalallee isaa ergamaa Rabbii (S A W) waliin waan dabarse yaadatee kokkeen isaa qabamtee boohee imimmaan qabachuu dadhabe. Hogguu kana Bilaal ibnu Rabaah "Ani har'a booda hin azaanu eega ergamaan Rabbii du'ee" jechuun Madiinaa irraa gara Shaam godaane.

Bilaal Ibnu Rabaah erga Madiinaa irraa deemee waggaa 1'f Shaam jiraachaa turan booda guyyaa tokko Ergamaa Rabbii Nabi Mohammed abjuudhaan Bilaalitti dhufee "Yaa Bilaal kiyya maaliif na dagatte? Maaliif guyyaa tokko illee taatu qabrii tiyya ziyaaruu dhabde" jechuu abjuudhaan akkuma itti dubbateen Bilaal Ibnuu Rabaah lafaa utaalee Haadha Warraa isaatiin "Har'a ifiifuu natti hin hafnee Nabiituu abjuudhaan natti dhufee niin deemaa siinqii naaf qopheessi" jedheenii gara Madiinaa imala jalqabe.

Bilaal Ibnu Rabaah Madiinaa akkuma gaheen
qabrii ergamaa Rabbi ziyaaree qabrii ergamaa Rabbii bira taa'ee boohaa osoo jiruu ijoolleen lamaan maqaa isaanii Hassanii fi Husseen jedhaman itti dhufanii mu'azzina ergamaa Rabbiiﷺkan turan Bilaal Ibnu Rabaah ofitti qabuun jaalalaan hammatanii erga isa dhungatan booda "Erga Ergamaan Rabbii du'ee sagalee kee nu dhorkatee akka nuu azaantu barbaanna" jedhaniinii ijoolleen Bilaal fuutee if bira bulchite. Ganama barii Salaata Subii irratti Bilaal Ibnu Rabaah hoggaa ash- hadu Anna muhammad rassuulullaah bira gahu jechuu dadhabee boohee hudhame.

Bilaal Ibnu Rabaah sagalee isaa bareedduu saniin hogguu lallabee azaanu akka waan sagalee isaa saniin Ergamaa Rabbii yaadataniitti ummanni buqqa'ee osoo manatti hin hafin sagalee isaa dhaggeeyfac

03/06/2024
03/06/2024

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajir mahamad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Grocery Store?

Share