Ariif Aliyyi

Ariif Aliyyi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ariif Aliyyi, Grocers, Harer, Harar.

09/11/2022
23/10/2022

Oduu Aammee
Ulamaonni bakka sh Adam tuulaa sh Ahmed water filatan
Rabbiin umrii isaanii nuuf haa dheereysu

22/10/2022

Du'a namaa maaliif akkanatti hawwiitu? Please waa'ee Adeeroo Ali birraa osoo hin hubanne nama hin burjajeessiinaa !
Adeeroo Ali Birraan Fayyaa Qaban.
Rabbi Nuf Haa Fayyisu.
π€πŒπŒIIIIIIIN πŸ™ŒπŸ’ž π€πŒπŒIIIIIIINπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™πŸ’•

22/10/2022
22/10/2022
22/10/2022
22/10/2022

Oduu gammachuu!

Obbaleeysi keenya Abbaan qabeenyaa beekkamaan Fahmii Abdii Yuusuf osoo Sheekhni lubbuun jiranii Maqaa Sheikh Aadam Tuulaatiin Madrasaa ijaaruuf wa'ada seenee ture. Sheekhnis isa abdatee, irraa gammadee Du'aa'ii godhaafii osoo jiruu Duniyaa irraa deeme. Amma obbaleeysi keenya Fahmiin Madarasaa maqaa Sheekha sheekkanii Muftii Sheikh Aadam Tuulaatiin ijaaruuf guyyaa boruu hojii eegaluufi. Madarasaa kana ijaaruuf jalqaba Miliyoona 2 Kan wa'ada seene Yoo tahu Amma Miliyoona 3 itti dabaluun Miliyoona 5 godhee jira. Jalqaba Gamoo G+5 irraa xumuree, Gamoo biraa Akka itti fufu wa'ada seenee jira. Obbaleeysi keenya Fahmiin "qabeenya Rabbiitu naaf kenne waan taheef, qabeenya kiyya fixadha malee maqaa Sheekhaatiin sadaqaa hin kadhannu" jachaa jira. Maasha Allah!

Kana duras Fahmiin Ganda dhaloota isaatti Masjiida gamoo ijaaruun seenaa dalagee jira. Abbaa qabeenyaa Zamana kanaa keessaa Kan Akka isaatti Abbaan Ulamaa'ii Muftii Sheikh Aadam Tuulaa irraa gammade takkaa hin agarre. Sheekhni osoon du'in duratti "Mucaa kana cinaa naaf dhaabbadhaa" ja'ee, Akka Fahmii dhaammate namni dhagahe himaa Jira. Mee dargaggeeysa qabeenya isaatiin Diin guddisuu barbaadu kanaaf Du'aa'ii godhaa!

✍ Hamzaa Abdulhakim

Address

Harer
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ariif Aliyyi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category