Mr luther king

Mr luther king Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mr luther king, Grocers, oromia, Harar.

  Allaah Ustaazoonni kenya galgala Arraa nagayaan Magaalaa harar nuuf seenanii jiran guyyaa Boruu Galma calanqootti Dhuf...
04/08/2023

Allaah
Ustaazoonni kenya galgala Arraa nagayaan
Magaalaa harar nuuf seenanii jiran guyyaa
Boruu Galma calanqootti Dhuftanii Akka
Qooda irraa fodhattan isiniin janna inshaa
Allaah ☝️

  😭"Barsiisaa   jedhama. Dhalataa godina Shawaa Lixaa aanaa  . Yuuniversiitii Walqixeetti barsiisaa ture. Qormaata kutaa...
04/08/2023



😭

"Barsiisaa jedhama. Dhalataa godina Shawaa Lixaa aanaa . Yuuniversiitii Walqixeetti barsiisaa ture. Qormaata kutaa 12ffaa qoruuf Naannoo Amaaraa Yuuniversiitii deemee guyyaa kaleessaa Hagayya 3/2023 garee finxaaleyyii Faannoo jedhamaniin ajjeefameera."

Maatii fi firoottan isaaf jajjabina hawwina. Barsiisota Oromoo fi hojjattoota Oromoo naannoo sana jirtan rabbi isin haa eegu.

04/08/2023

Qasboo oromottiin daldalachuu qataa dhumatee oromoprotest

Oduu_Dansaa Keenya Oluma,Gootittii Oromoo raajii hojjatte.....🇪🇹Paayileetiin Itiyoophiyaa Jeettii Su-27 balaliistu Astee...
04/08/2023

Oduu_Dansaa

Keenya Oluma,Gootittii Oromoo raajii hojjatte.....🇪🇹

Paayileetiin Itiyoophiyaa Jeettii Su-27 balaliistu Asteer Tolasaa xiyyaara diinaa rukutuun Paayileetii dubartii jalqabaati jedhameera.

Qamar yuusuf qeequudhaaf waggaa khuma 50 si barbaachisa henok ha jennu garuu gaafiin qaba  henook jechuun maqaa oromooti...
04/08/2023

Qamar yuusuf qeequudhaaf waggaa khuma 50 si barbaachisa
henok ha jennu garuu gaafiin qaba henook jechuun maqaa oromooti sa?

Akka hacaaluu hundeeysa itti galaafatanitti qamar agalaafachuu barbaadan qamar biyya isaa kheeysa ummata isaa fayadaa jira malee biyya faranjii kheysa taa'ee farshoodhaan qaama dhiqachaa hin jiru duraaniis adaadhaaf qaban oromoo oromodhaan dhahu no more oromoo oromoodhan dhahuu

Osoo akkana jennees bar sila numa dandeenya
Alaaba isin loltaniif tana namni bocee lafa khaaye abbaa qamari . namni abbaarra beekhu budaadha jette oromoon akkas juchuun khiya alabaan tan harargee qofa jechuu khiyaamiti nuti alabaa oromoo guutuudhaf gumaachine
Alaaba fuutanii qamar jalatti darbitanii deebitanii ifumaaf khumatan kk wallahi ajaa'iba
duubo namni badii qabu qamari mo khan alaaba achirratti darbe sani?
Alaaba fudhaniiti mataatti maaliif hin uffisiniif maaliif lafatti darban afaan ittiin qamar khomattan hamelee itti qamarittiin dubbattan hin qabdan

GAAFII TANA NAAF DEEBISAA
1 maaliif seenaan qabsoo jaarraan egale san hatamte ?
2 maaliif jawaar mahammed ajjeefamuun labsamte?
Ilmaan bareentoo if yaadadhaa garee takkaatu jira tan jibbaa ilmaan bareentootiif qabdu henok garree san kheysaa isa tokko tana qofaa miti wanni inni baleeyse hedduudha tanaafuu oromoon khutaa khuddhatakka waan tana nu waliin balaaleyfachuu qabdan ykn there is something
Hayyuu ofiin jechuun bayyee ulfataa

Address

Oromia
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mr luther king posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mr luther king:

Share

Category