05/02/2024
Faayidaa JINJIBIIL (Zanjabiil)👌💯 :
"☛Zanjabiilli keemikaala "Gingerol" jadhamu, kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba.
1. Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
2. Lollooccii ykn Balaqqama nurraa ittisa.(balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee)
3. Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa.
4. Nyaati garaa keessatti daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega.
5. Vaayiresii qufaa dadhabsiisuudhaan akka wayyoofnu nu godha.
6. Dhukkubbii maashaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa.
7. Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
8. Hamma Sukkaara qaama keenya keessaa ni toohata. Dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka.
9. Infekshinii gara garaa irraa nu ittisa.
10. Cirraa dhibee kaansarii, sukkaraa fi Onnee ' tiin qabamuu haga tokko ni hirisa."
🚩Kanaa fi faayidaalee biraas waan qabuuf; karaa isiniif mijatu maraan jijibiil sooradhaa.......
godhuu ammoo hin sagatinaa.
FAYYAA ARKADHAA !!
GALATOOMAA !!
Fuula kana ammuma LIKE godhaa hordofaa 👇
Dr. Rajab Sheikh Abdulkarim baalla