Dursa ofiif ta'i

Dursa ofiif ta'i Ani eenyu, maaliif uumame,? DURA NAMA TA'I , NAMA TAATU NAMAAF TAATA
NEVER
GIVE
UP

😎
14/02/2026

😎

Baanti😎
14/02/2026

Baanti😎

Saamichi   nurra haa dhaabbatu jettee qeerroo ✊💪share share godhaa Ethio telecom biran gaya😭hagasuma Ethio telecom
14/02/2026

Saamichi nurra haa dhaabbatu jettee qeerroo ✊💪

share share godhaa Ethio telecom biran gaya😭hagasuma Ethio telecom

Aabbee Gonkama dubarti waliin hin falmiinYoo ishiin samiin diimaadha jettee eeyyee diimaadha jedhiinYoo ishiin ifti aduu...
08/02/2026

Aabbee
Gonkama dubarti waliin hin falmiin
Yoo ishiin samiin diimaadha jettee eeyyee diimaadha jedhiin
Yoo ishiin ifti aduu gurraacha jettee, eeyyee gurraacha jedhiin
Gonkumaa dubartiin hin falmiin ni injifatamta

Hayyee ani dhifama siif godhe jira gama kiyyaan  royal
08/02/2026

Hayyee ani dhifama siif godhe jira gama kiyyaan royal

manni kireefamu jira
08/02/2026

manni kireefamu jira

Haati tiyyaa Yeroo tokko akkas nan jettee natti himte: "Wanti sibiilaa balleessu dande'u hin jiru, dafqa ofii isaa qofat...
08/02/2026

Haati tiyyaa Yeroo tokko akkas nan jettee natti himte:

"Wanti sibiilaa balleessu dande'u hin jiru, dafqa ofii isaa qofatu isa balleessuu danda'a. Akkasumas, wanti si balleessu hin jiru, yaada mataa keeti qofatu si balleessuu danda'a."kanafuu diinaa kee caalaa yaadaa mataa keeti eegaadhu Nan jettee! haadha koo naaf jiraadhuu ❤️❤️❤️❤️❤️

Warreen kaaniseerii yuuniversitii bulee horaatif te'eenPeeresdantoota yeroo yeroon jijjiruu osoo hin tanee maddi rakkoo ...
08/02/2026

Warreen kaaniseerii yuuniversitii bulee horaatif te'een
Peeresdantoota yeroo yeroon jijjiruu osoo hin tanee maddi rakkoo yuuninversitii bulee horaa worra te'aan kana buqisuun furmaata rakkoo yuuniversitichaa ta'aa.
Abbootti shiraatif worraa akka ilmaan teenaa barataan akka hin muldhanee taasisisaan...investeerootaa koonkolatoota targaa naannoolee kibbaa fi sidamaa hidhatan hedduu jarroota qaban jarreen
Kanseerootaa yuuniversitichaa te'aan kanneen buqisuun furmaata rakkoo yuuniv bulee horaatif kennuudha

haala jireenya biyyaa kana yoo suuraan ibsamu..😁
08/02/2026

haala jireenya biyyaa kana yoo suuraan ibsamu..😁

Address

Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dursa ofiif ta'i posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dursa ofiif ta'i:

Share

Category