Qundhudho Page

Directions

Qundhudho Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qundhudho Page, Grocers, Gursum.

19/10/2026

Dubartiin badhaasa Rabbiiti.

Dubartiin nama 4 siif taati.Afran keessaa garuu takkittiinuu bakka nama 13 sif buuti.Namni afran;-
1 ffaa siif taati
2 ffaa siif taati
3 ffaa manaa siif taati
4 ffaa ykn ilmoo siif taati.
= > Afran keessaa takkittiinuu bifa 13 siif qabdi.
1.Yeroo si gorsitu fakkaatti
2.Yeroo siif boossu fakkaatti
3.Yeroo siif rifattu fakkaatti
4.Yeroo siif tumsitu fakkaatti
5.Yeroo mana tottolchiitu fakkaatti
6.Yeroo mana keessa dhaabbattu manaa fakkaatti
7.Yeroo alaa dubbattu fkkaatti
8.Yeroo siif ergamtu fakkaatti
9.Yeroo nyaata siif kennituu fi si wajjiin raftu tee fakkaatti
10.Yeroo si bashannansiiftu fakkaatti
11.Yeroo si qaqqabattu fakkaatti
12.Yeroo fuula keessa ilaaltu fakkaatti.
13.Yeroo dhala siif deessu siif taati.
Kanaaf Dubariin waan kana hunda nuuf tahuun badhaasa Rabbiiti waan taheef yeroo tokko
galatoomi jedhaani.
Yasin Usman ✍️

09/07/2026
06/07/2026
09/03/2026
Qundhudho
09/03/2026

Qundhudho

09/02/2026
09/02/2026

ውድ ኢትዮጵያዊያን

በዚህ ሳምንት ውዷ ሀገራችን በአፍሪካ ኅብረት ጉባኤ ለመታደም የሚመጡ እህት ወንድም አፍሪካዊያንን ለማስተናገድ ልቧን ከፍታ-እጆቿን ዘርግታ ትቀበላለች። እነዚህ ወዳጆቻችን የሰንደቃችንን ቀለማት የሚጋሩ፣ ኢትዮጵያን እንደነፃነት ቀንዲል የሚመለከቱ ብሎም ሀገራችን የአኅጉሩ የፖለቲካ ርዕይ የማዕዘን ድንጋይ አድርገው የሚያከብሩ ናቸው።

ኢትዮጵያ ወደር በሌለው እንግዳ ተቀባይነቷ ለምን ልትከበር እንደበቃች በአቀባበላችን እናሳያቸው። እንደቤታቸው እንዲሰማቸው እናድርግ። በክብር እንቀበላቸው። በፍቅር እናቆያቸው። ተደምረን ሰንደቃችን የሚወክለውን የአፍሪካ አንድነትን መንፈስ እና የሚያያይዘንን የወል ህልም እናክብር!

Jaaltamtoota Itoophiyaanotaaf,

Torbee kana biyyi keenya jaalatamtuun Afrikaanota obbolaa keenya Yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf dhufan keessumsiisuuf balbalashee bantee harkashee bal'iftee ni simatti. Hiriyoonni keenya kunneen haalluu alaabaa keenya kan qooddatan, Itoophiyaa akka mallattoo bilisummatti kan ilaalan, akkasumas biyya keenya akka dhagaa bu'uraa mul'ata siyaasaa ardichaatti kan kabajanidha.

Simannaa keenyaan Itoophiyaan simannaa keessumaashee gita hin qabneen maaliif kabajamuu akka dandeesse itti haa agarsiifnu. Akka waan manasaanii jiraniitti akka itti dhagahamuu haa taasifnu. Kabajaan haa simannu. Jaalalaan haa tursinu. Ida'amnee miira tokkummaa Afrikaa alaabaan keenya bakka bu'uufi kaayyoo waloo hunda keenya walittiqabu haa kabajnu!

To my fellow Ethiopians,

This week, our beloved homeland opens its arms to fellow Africans attending the AU meetings. These are friends who share the colors of our flag, who see Ethiopia as a beacon of freedom, and who regard our country as a cornerstone of political vision for the continent.

Let’s show them why Ethiopia is known for its unmatched hospitality. Let’s make them feel at home, greet them with respect, and embrace them with love. Together, let’s honor the spirit of African unity that our flag represents and the shared dreams that connect us all.

Farden Qundhudho lakkofsan  meqaa nii tahaa jatee yaduu ?
24/12/2025

Farden Qundhudho lakkofsan meqaa nii tahaa jatee yaduu ?

Address

Gursum

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qundhudho Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category

Nearby grocery stores