19/01/2025
Taye Dendea Aredo Leenca Gurraacha waan itti amane gochuufi duubattu , ka sodaa waan jedhamu hin beekne kitaaba Hin Gaabbuu Jawar Mohammed $1000 maqaa Ummata Colorado fi maqaa Ummata Oromootiin bitee jira!!! Galatoomi Aabb Taayyee!Kana ka Hayyoota Oromoo irraa eegamu!!
Photo file!!