Oro Media

Oro Media Waaqii kiyya naaf gahaadha.

Simannaa Hawaasni Godina Booranaa  Ministira Muummee Abiyyi Ahmad [PhD] 'f taasisan suuraan
27/05/2026

Simannaa Hawaasni Godina Booranaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmad [PhD] 'f taasisan suuraan

27/05/2026
Guyyaa seenaa qabeessaa!Nageellee Booranaa Gadaa Airport !Baga gammaddan;Baga gammanne uummatii keenya hundinuu!
27/05/2026

Guyyaa seenaa qabeessaa!
Nageellee Booranaa Gadaa Airport !
Baga gammaddan;Baga gammanne uummatii keenya hundinuu!

"Ministira Muummee Dr.Abiy Ahmedi fi Ijoollee Dabballee Boorana 👌❤️🙏
27/05/2026

"Ministira Muummee Dr.Abiy Ahmedi fi Ijoollee Dabballee Boorana 👌❤️🙏

Turiziimii.
22/05/2026

Turiziimii.

Gaaftokko atis.● Dargaggummaakeetti maanguddoo kabaji!● Yoo cimtee jiraattw kan dadhabe gargaari!● Yoo sirrii jiraatte k...
17/05/2026

Gaaftokko atis.

● Dargaggummaakeetti maanguddoo kabaji!
● Yoo cimtee jiraattw kan dadhabe gargaari!
● Yoo sirrii jiraatte kan dogoggore sirreessi

Gaaftokko atis:
● NI DULLOOMTA.
● NI DADHABDA
● NI DOGOGGORTA!!
*************************
[Gorsa Maanguddootaati]
👇👇👇

Address

Dilo, Oromia
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share