Lixa biiftu

Lixa biiftu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lixa biiftu, Grocers, Deloma, Delo.

04/10/2023
04/10/2023
04/10/2023
04/10/2023

Irreechi wiirtuu obbolummaan dhugaa itti mul’atu, kan araara waaqaatiin namootni lolaafi cabbii, bakakkaafi duumeessa akkasumas qilleensa hamaa baatii gannaa darbanii ifa barii birraatti ce’uu isaaniitiif galata itti galfatanidha.

Guyyaan Irreechaa guyyaa namootni wal dhaban itti wal araarfatan, garaagartummaa gidduu isaanii jiru tokkummaan bakka buusanii waliin itti dhaabbatan, dhiifama waliif godhanii obbolummaa dhugaa itti mul’isan guyyaa eebbifamaadha.

Hamminni hawaasa gidduutti akka bakka hin argamne, jibbi jaalalaan bakka bu’ee, tokkummaaf obbolummaan dagaagee akka mul’atuu akkasumas maanguddootni, dargaggootni, dubartoonnii fi daa’imman akka nagaa qabaataniif eebbaan dabaalamee kan kabajamu ayyaanni irreechaa dhiyaatee jira.

Ayyaanni irreechaa bara kanaa akkaataa safuu fi duudhaa isaa eegeen akka kabajamuuf qophiin kan xumurame yemmuu ta’u, milkaahina ayyaana eebbifamaa kanaatiif hunduu gahee isaa bahachuun murteessaadha.

Address

Deloma
Delo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lixa biiftu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category