Mohammed Arif A Aliyo

Mohammed Arif A Aliyo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mohammed Arif A Aliyo, Grocers, Hararge, Deder.

  Sagantaan Hafxira fi Deeggarsa Harka Qalleeyyiif Qopheessummaa Bulchinsa Magaalaatiin Bokkootiin Taasifame. ≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈...
15/03/2026


Sagantaan Hafxira fi Deeggarsa Harka Qalleeyyiif Qopheessummaa Bulchinsa Magaalaatiin Bokkootiin Taasifame.
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈
KWBA Fadis Bitootessa 6/2018
Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti Sagantaan Hafxiraa fi Deeggarsa Maatii Harka Qalleeyyii Qopheessummaa Bulchinsa Magaalaa Bokkootiin Bakka I/G Paartii Badhaadhinaa Damee Harargee Bahaa Obbo Habtamu Tesfaye, Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Fadis Obbo , I/G Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Fadis Obbo fi Koree Qindeessaan aanichaa argamanitti gaggeeffamee jira.

Dargaggoonni, Bu’uura Ijaarsa Biyyaati!________Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti Koreen Supperviziinii Jaaramayiilee Dargag...
07/11/2025

Dargaggoonni, Bu’uura Ijaarsa Biyyaati!
________
Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti Koreen Supperviziinii Jaaramayiilee Dargaggoo Naannoo Oromiyaa irraa dhufan Darg IG Hayyoota Waajjira Paartii Badhaadhiina Damee Oromiyaati fi I/Aaantuu Pireezidaantii Feedereshiini Dargaggoo Aadde , jaarmaayalee Dargaggoo Godinaa Waliin tahuun Sadarkaa Aanaa Fadisitti Hojilee Jaarmaayalee Dargaggoo fi Waajjira Gurmaa'insaatiin (Gurmuu Dargaggoo, Waldaa Dargaggoo fi Federeeshini Dargaggootiin Aanaarraa hanga Sadarkaa Gandaattii,hojilee hojjataman, Gurmaa'insa isaani Sirnii Deeggarssaa fi Hordooffi taasisuun, sadarkaa gandaatti karooraa bara 2018 hanga Cheeklistiittiin hojii ittiin hogganaa jiraachu koreen Supperviziinii Jaarmaayalee Dargaggoo Naannootiin ilaalameera.

Biyyi dhalootaan ijaaramti.Hireen dhaloota itti fufsiisuun biyya ijaaranii ceesisuu ammoo Dargaggoota harka jira.Paartiin Badhaadhinaa guddinaa fi badhaadhina biyyaa dhugoomsuun kan danda’amu hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa gama siyaasaa,diinagdee fi hawaasummaatiin mirkaneessuun yoo danda’amedha jedhee amana.Kana galmaan gahuudhaafis qaama sagantaa isaa godhatee hojiirra oolmaa isaatiif xiyyeeffannaan ni hojjata.Bu'uuruma kanaan Aanaa Fadisiitti Bu'aa qabeessummaan Dargaggootaa qabatamaan akka mirkanaa'a jira.Xumurarratti Koreen Supperviziinii Jaaramayiilee Dargaggoo Naannoodhaa, Hojiilee jaarmaayaalee Dargaggoofi Waajjira Gurmaa'insaatin hojjatamee erga daawwii dirreetiin ilaalan booda Iddoo Hoggansi godinaa hordoffiif Bobbahan Sister , Bulchaa Aanichaa Obbo fi IG Paartiin Aanichaa Obbo argamanitti Ciminoota mul'ata akka itti fufsiisaniif hanqinoota mul'atan sirreessuun,fayyadamummaa ummataa karaa daran mirkanaa'uu akka qaban duub deebii keennaniiru.

Gurmaa'inssa Dargaggoo Cimaa, Badhaadhina Biyyaa Mirkaneessuuf!

*Jawaar farda sha'abiyaa ta'uu isaa ifatti mul'isaa jira!!*Jawaar kan beeku qeequ fi shira xaxuun, dhiiga uummatan dalda...
22/10/2025

*Jawaar farda sha'abiyaa ta'uu isaa ifatti mul'isaa jira!!
*
Jawaar kan beeku qeequ fi shira xaxuun, dhiiga uummatan daldalaa jiraachaa waan tureef, harka isaa dhiigaa ummataatin laaqameen 'Facebook' isaa irratti soba dhoobaa oola.

Jawaar humnoota diinota Oromoo ta'an wajjiin firoome ergamtuu ta'uu isaa agarsiisee jira; amma immoo akka uummataaf quuqamu fakkaate ummata kakasuuf xaara jira.

11/08/2025
  Itti Gaafatamaa Waajjiira Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa     Obbo mohammed Arif Abdulqadir Irraa Darbe.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👉G...
19/06/2025

Itti Gaafatamaa Waajjiira Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Obbo mohammed Arif Abdulqadir Irraa Darbe.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Goototaa fi oobboleewwan Keenya Leenjii Keessan Guyyaa 47 'f Xumurtanii Gara Aanaa Keessanii Dhuftaan Hundi Keessan Baga Nagaan Dhuftan, Aanaa Dhufu Jechuun Barbaada Ammaas Irra Deebi'uun Maqaa Kootii fi Maqaa Koree Qindeessituu Aanaa Keenyaatiin Baga Nagaan Dhuftan Jechuun Barbaada.

👉Hoggansi Jijjiiramaa Gahumsaafi Dandeettiin Gahoome Imala Badhaadhinaa Ni Milkeessaas ,Tajaajila Si'ataa fi Qulqulluu Uummata Isaaf Roga Hundaan Ni Taasisaas Imaali Badhaadhinaa Jalqabee Jiru Itti Fufa .
Obbo Obbo Mahammad Arif Abdulqaadir I/G/Waajjiira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Fadis
Bokkoo

#"Baga Nagaan dhuftan."

18/08/2024

Address

Hararge
Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Arif A Aliyo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category