Shaggar yaa shaggar

Shaggar yaa shaggar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shaggar yaa shaggar, Grocers, Shagger, Debre Zeyit.

Hojiimaata paartii lafa qabaiisuuf daandeettii raawwachisummaa miseensaa fi hooggansaa cimsuun dirqamaWaajjirri paartii ...
18/05/2024

Hojiimaata paartii lafa qabaiisuuf daandeettii raawwachisummaa miseensaa fi hooggansaa cimsuun dirqama

Waajjirri paartii badhaadhinaa magaalaa Shaggar, Inspeekshinii fi paartii cimaa lafa qabsiisuuf Leenjii Daandeetti Raawwachisumma hoggansaa Paartii Badhaadhinaa fi hoggansa KIN PBD Magaalaa Shaggarii kennameera.

Leenjiin Daandeettii Raawwachisumma kun daandeetti raawwachisummaa hooggansaa cimsuun hojmaanni paartii akka lafa qabatuu ga'ee olaanaa qabachuu kan ibsan IG waajjira paartii Baadhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu, paartiifi KIN cimaa ijaaruun dirqama tahuu ibsaniru.

Paartii badhaadhinaa damee magaalaa Shaggaris xiyyeeffannoo olaanaa itti kennuun kan hojjatu ta'uus ibsaniru.

Leenjii kana irratti hooggansi paartii aanaalee, kutaalee magaalaa fi magaalaa Shaggar argamaniru.

Gama birootiin gurmaa'insa paartii ilaalchisuun I/G/ Ijaarsa paartii magaalaa Shaggar Obbo Abduljaliil Abdurroo hubannoo barbachisu kennaniru.

Address

Shagger
Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar yaa shaggar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category