Barii fi Bariitee

Barii fi Bariitee Nu Waliif Qoricha

Koottaa waa jedha akka Amala keessanii 😂
06/07/2023

Koottaa waa jedha akka Amala keessanii 😂

03/07/2023

Qorraaf maaltu Dawaadha?🙇🛌

Yeroo tokko tokko otoo J qabaadhe nama jechisiisa nuti warri single Kuni 😂💔
03/07/2023

Yeroo tokko tokko otoo J qabaadhe nama jechisiisa nuti warri single Kuni 😂💔

Maal na gaafachuu barbaadda ?Otoo wal argine maal na gaafatta?
25/06/2023

Maal na gaafachuu barbaadda ?
Otoo wal argine maal na gaafatta?

Otoo na argatte anis si argadhe maal qaba ani akkanumatti si jaalladhee atihoo maal koo jaallatte mee
24/06/2023

Otoo na argatte anis si argadhe maal qaba ani akkanumatti si jaalladhee atihoo maal koo jaallatte mee

Otoo akka ganama hirriibaa kaaten of cinatti na argite maaltu sitti dhagahama akkasuma maal nan jetta ykn akkam na goota...
23/06/2023

Otoo akka ganama hirriibaa kaaten of cinatti na argite maaltu sitti dhagahama akkasuma maal nan jetta ykn akkam na goota yaa mamadoo

Yoon sin jaalladha sin jedhe maal nan jette ato?
20/06/2023

Yoon sin jaalladha sin jedhe maal nan jette ato?

As Wr Wbme akkam naaf jirtanobboloota ko kan dhiirakan dhalaa hundi keessanbaga guyyaa kabajamaafi jaalatamaa jum.aatini...
22/07/2022

As Wr Wb
me akkam naaf jirtan
obboloota ko kan dhiira
kan dhalaa hundi keessan
baga guyyaa kabajamaa
fi jaalatamaa jum.aatin
isin gahen isiniin jachuu
barbaada

Namni ati jaalattu Yoo sif hin beeknemaal goota me????Dubartiin Jaalala ilma dhiira gaafachuun ho akkamittilaalama??Namn...
20/07/2022

Namni ati jaalattu
Yoo sif hin beekne
maal goota me????
Dubartiin Jaalala ilma
dhiira gaafachuun ho akkamitti
laalama??
Namni Yaadduuf yoo
Kan sitti yaadu tahe ho?
Me maal jettan jara keenya

Ana of hin beeknekaniin si jaaladhekan biroo millaachuussi malee dagadheehalkanii fi guyyaasgara kee baqadheesi beeksisu...
13/07/2022

Ana of hin beekne
kaniin si jaaladhe
kan biroo millaachuus
si malee dagadhee
halkanii fi guyyaas
gara kee baqadhee
si beeksisuuf jecha
hedduun tattaafadhe
garuu maalin godha
atiis naan hubannee
ofiin galaafadhe
ee bada jaalala
maqaan kee bareeda
gochii kankee gubaa
namni ati qabde
yoom hirriiba qaba
Isumaa jaalate
of dura qaqqaba
akka waan nyaatamuu
Isumaaf agabaa
Ee bada jaalala
Anillee na qabdee??
yo sitti tole like,share,all of you my friand

Address

Baabbile
Babile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii fi Bariitee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Barii fi Bariitee:

Share

Category