Obsisha mucaa Harargee

Obsisha mucaa Harargee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsisha mucaa Harargee, Grocers, Aweday.

26/04/2025

Kutaan kanatti aanu isa xumuraati.
Kutaa 3ffaa kana keessatti waa heddu argita… Itti dhiyaadhaa.
Qophii akkanaa hedduu hojjataa ture. Garuu waan miidiyaa dhabneef dhiifne.

26/04/2025

Shoorarakaan daraggoota humnaan qabanii garii maallaqa irraa fuudhuu kaan ammoo waraanatti erguu Oromiyaa guututti geggeeffamaa jira. Fakkeenyaaf;

Uummanni ilmaan hiyyuummaan guudifate Mootummaan irbaataa rasaasaaf kaadhimachaa jira. Biyya dhaloonnii abdiin keessatti goge taaneerra!”

========
HARARGEE BAHAA, malkaa balloo

β€œ waranaf kenan dirqamsisu jiran jolleen kana dhageysee Barnota dhiftee dhefaa waranatif kara ribaa baqaa jiraan

Gaazexeessaa Keenya Jabaa Anwaar Jamaal Namni Jaalattu Lakkoofsa 1 Barreessi Namni Hin Jaalanne Lakkoofsa 2 Barreessi πŸ₯°πŸ₯°...
17/02/2025

Gaazexeessaa Keenya Jabaa Anwaar Jamaal Namni Jaalattu Lakkoofsa 1 Barreessi Namni Hin Jaalanne Lakkoofsa 2 Barreessi πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°
Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diver

17/02/2025
27/12/2024

Waliin Dhugoomsaa Oromoo – Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

Seenaa kana jaalladheen isiniif qoode dubbisaa.Nama jaalladhu malee hin amanin! Mootiin Otoomaa durii Ahmed gara waraana...
23/12/2024

Seenaa kana jaalladheen isiniif qoode dubbisaa.

Nama jaalladhu malee hin amanin!

Mootiin Otoomaa durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhee haadha manaa isaa (mootittii bareedduu) kutaa tokko keessatti balbala itti cufee furtuu balbalichaas hiriyyaa isaa dhiyoo kan ta'e Muusaaf kennee akkas ittiin jedhe, "guyyaa afur booda yoon hin deebi'in, kutaa sana banadhuutii haadha manaa koo fuudhi" jedhee farda isaa irra ba'uun gara dirree waraanaa deeme. Sa'aatii walakkaa booda duubatti galagalee gaafa ilaalu nama duuba isaan dhukkee (awwaara) kaasaa itti fiigu argee dhaabbata.

Gaafa itti dhiyaatu hiriyyaa isaa Muusaadha. "Maaltu si mudate?" jedhee mootichi isa gaafate. Hiriyyaan isaa baay'ee fiiguu isaarraa kan ka'e hafuura ciccitaa baafachaa "furtuu dogoggoraa naaf kennite" jedhee deebiseefi. Mootichis ajaa'ibsiifannaa fi naasuudhaan isa ilaalaa "maal ...?" jedhe.
Hubadhaa, furtuu isaaf kennameen kutaa sana banee haadha manaa mootichaa jalaa fudhachuuf guyyaa afur miti sa'aatii afur illee obsuu hin dandeenye.

Yeroo takka takka nama garaa kooti jettee kan itti dhihaattu, kan waliin nyaattan, gaddaa fi gammachuu kan waliin dabarsitan,... haala eegee si ganuun isaa hin oolu.
Nama hundumaa iyyuu of eeggannoo fi hubannaan waliin jiraadhu malee tasuma hin amanin. Ati isaaniif waan gaarii ooluu dandeessa ta'a, isaan garuu du'a siif hawwuu malu.

Amanamaan Waaqayyoo qofa!

Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa

The voice of the world Christians martyrs

Ilma keessan isaa lixa biiftuu irraa!.

Iddoo an ga'u yaadee osoo hin taane, iddoo naaf yaaddeen na ga'iπŸ™πŸ»
17/12/2024

Iddoo an ga'u yaadee osoo hin taane, iddoo naaf yaaddeen na ga'iπŸ™πŸ»

Address

Aweday

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsisha mucaa Harargee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category