Abbas Muzemil

Abbas Muzemil Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbas Muzemil, Grocers, Asebe Teferi.

GHL A/Gammachiis Araddaa Eela Odaa gamaaggama raawwi hojii kur.3ffaa guyyaa 2ffaa eega xummurree booda hanqinaa fi cimin...
04/05/2023

GHL A/Gammachiis Araddaa Eela Odaa gamaaggama raawwi hojii kur.3ffaa guyyaa 2ffaa eega xummurree booda hanqinaa fi ciminoota jiru adda baasudhaan kallattii hojii fuula duraa kaahudhaan xummurree jirra.

GHLA/Gammachiis Araddaa Eela odaa Gamaaggamni raawwii hojii kur.3ffaa haala gaarii ta'een eegalamee jira.
03/05/2023

GHLA/Gammachiis Araddaa Eela odaa Gamaaggamni raawwii hojii kur.3ffaa haala gaarii ta'een eegalamee jira.

M/Barumsaa soroorootti nyaanni barattootaatis akkuma itti fufetti jiraa jabaadhaa jennaan.
19/04/2023

M/Barumsaa soroorootti nyaanni barattootaatis akkuma itti fufetti jiraa jabaadhaa jennaan.

Araddaa sorooroo leenjii miseensa adda duree haala gaariin itti fufee jira.
19/04/2023

Araddaa sorooroo leenjii miseensa adda duree haala gaariin itti fufee jira.

Green legacy.
06/09/2022

Green legacy.

Biqiltuu dhaabuu fi kunuunsuun dirqama lammummaa keenya haa bahannu!
28/08/2022

Biqiltuu dhaabuu fi kunuunsuun dirqama lammummaa keenya haa bahannu!

Address

Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbas Muzemil posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category