Assefa Birhanu

Assefa Birhanu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Assefa Birhanu, Ambo.

Baga guyyaa kana nagaan geessan
18/04/2026

Baga guyyaa kana nagaan geessan

26/12/2025
Manneen Barumsaa akka Aanaa Gindabarat keessatti adda durummaan hundeeffaman keessaa tokko Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa ...
19/10/2025

Manneen Barumsaa akka Aanaa Gindabarat keessatti adda durummaan hundeeffaman keessaa tokko Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Giixireeti. Manni Barumsaa kun Hundeeffama Aanaa Abuunaa Gindabarat waggoota Soddomaa oliif Caalee akka lakkoofsa Bara Ethiopiatti Bara 1965 E.C hundeeffame.erga hundeeffamee harra Waggoota Shantamii sadidha(53).
Jalqaba hendeeffama isaa irraa kaasee haga harraatti manni Barumsaa kun Doctorootaa hedduu,Engineerota hedduu,ogeessota diinagdee hedduu,Abbootii Seeraa hedduu Fi k*k hedduu Biyya keenya Ethiopia irra darbee Addunyaaf warra bu'aa buusan hedduu qartee gumaachiteetti. Eee dhugaadha Gumaachiteetti.
akka seenaan jedhutti hundeefamni mana barumsaa giixiree teessuma lafaaf fageenya lafaa gandoota baadiyyaa Gindabarat hedduu giddu galeessa godhateet hundeeffame.Akka Fakkeenyatti Gandoota baadiyyaa kanneen akka Irjaajoo,Haroo,Jammoo, Biitee,Mandiida, Giixiree,Finnoo fi Gandoota hedduu Fageenya isaan wal irraa qaban giddu galeeffateet kan hundeeffamedha.


Mana Barumsaa Giixiree Sadarkaa 1ffaa.Hangafa Manneen Barnootaa Gindabarat🥰

✍️ Ani keessaa Isa tokkodha

08/01/2025

Waaqayo Gaariidha

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Assefa Birhanu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share