M/M Dhimmoota Islaamumma M/Addeellee

Directions

M/M Dhimmoota Islaamumma M/Addeellee Yaa Rabbii Amaana Te Nurratti Tiksi
Boruutiis Akka Milkooynu nu Taasisii.

11/01/2026
Konfiransii  Hawaasaa Waldaa UMRA.Dhaabbata Islaama Kan ta'e :Waldaan Qorannoo fi Leenjii Muslimtoota Yunivarsaal(Univer...
25/12/2025

Konfiransii Hawaasaa Waldaa UMRA.

Dhaabbata Islaama Kan ta'e :Waldaan Qorannoo fi Leenjii Muslimtoota Yunivarsaal(Universal Muslims Research & Training Association /UMRA)n Sagantaa Konfiransii Hawaasaa Mata duree : Jedhu irratti Baha Oromiyaa Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Haramaayaa Galma Bulchiinsa Magaalaa Haramaayaatti Qopheessummaa Kilaastara Bahaa Damee_Maayaatiin Qophaaween sagantaa Seena Qabeessa kana hawaasni Magaalaa Maayaatii fi Naannawa isii Hundi keessanuu dhaabbata UMRA ilma nuuf dhalate kana ulmaa haa baafnuun Afeerraa qalbirraa kaate tan obbolummaati an hin hafuu hin hafin.

.

04/11/2025
01/09/2025

Sh.Gaalii Muktaar Abbaa Duraa Pirezidaantii Majlisa Oromiyaa ta'ani filatamaniru.
Amaana itti kenname nama bakkaan ga'u Rabbi isaan haa taasisu.

Address

Addeellee
Alemaya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M/M Dhimmoota Islaamumma M/Addeellee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category

Nearby grocery stores