15/09/2025
Qabxiin Olaanaan Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa 591 ta'uun galmaa'e
Finfinnee, Fulbaana 4,2018 (FMC)_Qabxiin olaanaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kana Naannoo Oromiyaa Mana Baruumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa irraa Saayinsii Umamaan 591 ta'uun galmaa'eera.
Saayinsii Hawaasaan immoo Amboo irraa mana Baruumsa Boordiingi qabxii 562 ta'uun galmaa'eera.