08/02/2026
"Feestaaliin naannoo xureessa, Jawaar immoo siyaasa keenya balleessa; akkuma naannoo keenya faalama pilaastikaa irraa qulqulleessinu, nageenya waaraa biyya keenyaaf jecha siyaasa keenyas namoota summaa'aa akka Jawaar irraa qulqulleessuun dirqama dhaloota kanaan raawwatamuu qabudha."