WAAN OFII KOO

Directions

WAAN OFII KOO Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WAAN OFII KOO, Grocers, Addis Ababa.

21/05/2026

With Oromia Bank – I've just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

16/05/2026

Fuula Feesibuukii Bankii keenya irratti Tilmaamuun Badhaafamaa!

Wal Morkiin tapha waancaa ‘FA Cup’ Ingilizii Manchester City fi Chelsea Istaadiyeemii Webileyitti taasifamu tilmaama olaanaa argateera. Taphni kunis har’a (Sanbata) Waaree booda sa’aa 11: 00’tti taphatama.

Baankiin Oromiyaa hordoftoota bu’aa tapha kanaa dursuun tilmaama sirrii tilmaamaniif badhaasa addaa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:
1. Fuula Feesibuukii Bankii keenya “follow” gochuun, tilmaama sirrii sanduuqa yaadaa keessatti barreessuu.
2. Tilmaama yeroo tokko barreesitan ‘’Edit’’ gochuu fi yeroo lama tilmaamuun badhaasa kana hin argamsiisu.
3. Maxxansa kana namoota biroof qooduu.
Carraa Gaarii!

በባንካችን የፌስቡክ ገጽ ላይ በመገመት ይሸለሙ!

በእንግሊዝ ኤፍ.ኤ ካፕ የፍጻሜ ጨዋታ የማንቸስተር ሲቲ እና ቼልሲ ፍልሚያ ከፍተኛውን ግምት አግኝቷል። ይህ ጨዋታ ዛሬ ቅዳሜ ከሰዓት በኋላ 11፡00 ላይ ይካሄዳል፡፡

ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ውጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችንን ልዩ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣
1. የኦሮሚያ ባንክን የፌስቡክ ገጽ "Follow" በማድረግ መልሱን ሃሳን መስጫ ሳጥን ዉስጥ ይፃፉ፡፡
2. የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ወይም ሁለት ጊዜ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
3. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

መልካም ዕድል!

01/07/2025

NEW YORK OF AFRICA 🌍

11/02/2025

😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Garaan na gubate!

Dargaggeessaafi dargaggeettii babbareedoo kana agartaa? Sirriitti ilaali. Warreen kanaafi kana fakkaatan nama 40 dhabne har’a! Balaa konkolaataa - siqiqii bara baraan dhiiga nama keenyaa xuuxu! 40! Kan miilliifi harki cite hin lakkaa’amne! Kan akka hin duuneefi akka hin jiraanetti caccabe itti hin dabalamne!

Kun maatii qabu. Obboleessaafi obbolleettii qabu. Haadhaafi abbaa qabu - haadha warraafi abbaa warraas qabu. Kaan immoo daa’ima qabu. Biqiltuu guddisu!

Ganama fayyaa manaa bahan. Maatiitti nagaa dhaamanii - maqaa dhala isaanii waamanii dhungatanii…ni deebinaaf abdatanii! Jiruu fooyyeessuuf jooru, kaayyoo qaqqabuuf abju’atu…dhimma manaa bahaniif qabu.

Galgala kana garuu reeffa isaaniitu gale! Ganama nagaa fayyaan manaa bahanii - galgala immoo du’anii reeffa ta’anii manatti yoo deebi’an yaaddeettaa? Akkam nama dhukkuba! Akkam nama guba! Jireenya nama meeqaatu awwaaratti dabalame - abdii nama meeqatu karaatti cite!

Yoom yoom yoom?
Yoom seerri jabaata? Yoom itti gaafatamummaan jiraata? Yoom balaan konkolaataa xiyyeeffannoo argata? Uummanni keenya du’a akkasiirraa yoom obbaafata? Ani hin beeku!

Lubbuun keessan qabbana haa argattu, yaa obbolaan koo!

QABSAA'AA OROMOO ISA JALQABAA
08/12/2023

QABSAA'AA OROMOO ISA JALQABAA

TANZANIA.♥️💛♥️💛♥️🙏♥️🙏♥️KILIMANJARO
14/11/2023

TANZANIA.♥️💛♥️💛♥️🙏♥️🙏♥️
KILIMANJARO

LIFE🤩
14/11/2023

LIFE🤩

14/11/2023

ULFII KEESSAN
DURBA TA'UUF.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WAAN OFII KOO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category