Ali Alisha Oro

Ali Alisha Oro Munaa Queen �

13/05/2026

👂Obbolessa
👂Obboleetti
💫Jaalatamuuf jettee Yeroo nama Kee nama biraatittii hamattu; ni madaalamta malee hin Dinqisiifatamtuu Beeki !!!
Madaalamaa jaalatamurra, Dinqisiifatamaa jibbamuun kabaja 💪👑

Asumaan naman Ani Eegaa jiru sanalleen
Haga yoomitii si Eega naa jedhaanii 👰

13/05/2026

Namni si jaallatu hanqina kee osoo beeku si bira jiraata.❣️❤️







13/05/2026

Hangaa fetee garii tatuus ilmii nama hammenyaa kee barbadaan malifii garuu😎🙄

13/05/2026

Jaalalli Jaalala Qofaa Miti.
Kabajaa, Gargaarsaa, Dinqisiiffannaa,
Wal Hubachuun Fi Wal Kunuunsuu dha.

13/05/2026

Waan ta'uu hin dandeenye ta'uu hin danda'eessu.
Waan ta'uu qabdu qofa taata.

13/05/2026

Darggaggoo Bareedaa Sammuun Bilisoome Bareedini Kana Fakkaata Damma Daamuu❤️

13/05/2026

☆Artisti Kedir Mertu naman akkaan nama hundaa olitti jaallanuu fi kabajnu goota Oromiyaan biqilchitee addunyaaf🌍gumaachite
🎁Mee jechoota isa kan yaadattu kan yaadattu Comment jalatti barreysii🔥
Share Follow Godhaa♥️

13/05/2026

Biqilttuun Arra
Nuti Dhaabnu Kuni
Boru Gaaddisa Dhaloota Keenyaaf Taati Wantti Arra
Si Rakkisu Boru Si jabeesa♥️

13/05/2026

Yeroo Hunda Carraa Hin Eegin
Karoora Malee Milkaa'inni hin jiru ♥️

13/05/2026

Bakka Simadaallee fi Nama Simadaalle Birattii Argamuun Kabaja Keet Tiqqeessa Bakka Itti Argamtuu Fi Nama Biratti Argamtu Bari🫵🤷

13/05/2026

Fuula ifaa qalbii gootaa. Ofitti amanamuun furtuu milkaa'inaati!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251939032366

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali Alisha Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category