Ifa boruu

Ifa boruu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ifa boruu, Grocers, Jiddaa, Addis Ababa.

02/01/2026
29/12/2025
Oduu AmmeeShanee fi Faannoon adda uummu irraa kaasee hanga dhaabbata siyaasaa tokko waliin hundeeffachuuti waliigalanii ...
27/12/2025

Oduu Ammee
Shanee fi Faannoon adda uummu irraa kaasee hanga dhaabbata siyaasaa tokko waliin hundeeffachuuti waliigalanii jiru.


Tibba Darbe ajajaoonni Shanee lama Jaal Waarituu( Biqilaa) fi ajajaan maqaan isaa adda hin baane kan biraan Jaal marroo irraa kallattii fudhachuun ajajaoota Faannoo waliin waliin mari’achuuf gara Goojjaam deemuun isaanii ni yaadatama. Marii ajajoota Faannoo waliin guyyoota sadiif taasisaniin Faannoo Wallaga keessa socho’aa jiru waliin adda uumanii waraanuuf waliigaluu isaanii odeessi miliqee bahe ni ibsa. Humnoonni kun seeneessa kanaan dura ture araaraan bira darbuuf kan murteessan yommuu ta’u konfiransii araaraa erga gaggeessaniin booda hojiitti akka galanis waliigalaniiru.
Shaneen diina ummata Oromooti. Shaneen baandaadha kan jennuuf sababaani. Warra Wallaggaa fi Shawaati ummata Oromoo qalu waliin hojjechuuf murteessaniiru.

25/10/2025
24/10/2025

Address

Jiddaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifa boruu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category