Oro-Asume now

Oro-Asume now Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oro-Asume now, Grocers, Shegger, Addis Ababa.

"Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Tattaaffii Eegale Cimsee Itti Fufa!" Obbo Hailu Adugna, Hoogg...
10/11/2023

"Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Tattaaffii Eegale Cimsee Itti Fufa!" Obbo Hailu Adugna, Hoogganaa BKO
= = = = = = = = = =
Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa raawwii hojii mootummaa gurguddoo kurmaana 1ffaa bara 2016 irratti miidiyaaleef ibsa kenneera.

Ibsicha kan kennan Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa karoorri xiiqii bara 2016 qabame saffisa, qulqullinaafi baay’inaan inisheetiiviiwwan bocamaniin tumsamee hojiirra olaa jiraachuu ibsaniiru.

Qonna Gannaa bara 2015/2016 lafa hektaara miiliyoona 8.2 ol misoomsuuf karoorfamee lafti hektaara miiliyoona 9.4 ol irratti midhaan gosa garaa garaa misoomsuun danda’ameera. Kanarraayis callaa kuntaala miiliyoona 265.3 ol ni argama jedhamee akka eegamu Obbo eegamu Obbo Hayiluun ibsaniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa gosa midhaan armaan dura hin baramne bal’inaan misoomsuu eegaluun qonnaan bulaafi horsiisee bulaa fayyadamaa taasisaa jiraachuus dubbataniiru. Haaluma kanaan, bara kana lafa hektaara miliyoona 1 ol irratti ruuzii misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 44.2 ol argachuuf hojjetamaa jira.

Waggaatti yeroo tokko oomishuun galma qabame milkeessuun kan hin danda’amne ta’uu hubachuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa carraa jiru hunda fayyadamuun Gannaaf Bona misoomsuun badhaadhina maatiifi biyyaa milkeessuuf hojjechaa jira. Bu’uuruma kanaan bara kana qamadii Bonaa lafa hektaara miiliyoona 2.6 irratti misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 105.8 argachuuf karoorfamee hojiitti galameera. Hanga ammaattis lafa hektaara miiliyoona 1.2 qophaa’e keessaa lafti hektaara kuma 500 ol kan faca’e ta’uu Obbo Hayiluun himaniiru.

Hojii tajaajila lammummaatin hojiileen heddu kan raawwataman ta’uu kan dubbatan Obbo Hayiluun bara bajataa 2016 hojii tajaajila lammummaatiin qarshii biliyoona 102.7tti tilmaamamu raawwachuuf karoorfame keessaa kurmaana 1ffaa keessatti hojiin qarshii biliyoona 40 olitti tilmaamamu raawwatamuu ibsaniiru. Manneen barnootaa Bu’uura Boruu 4,574 ijaaruuf karoorfame k

 !Adeemsi jijiiirama misoomaa kan bonaaf gannaa jalqabame waan abdii biyya kanatti horudha. Namni kamuu taa'uuf osoo hin...
10/11/2023

!

Adeemsi jijiiirama misoomaa kan bonaaf gannaa jalqabame waan abdii biyya kanatti horudha. Namni kamuu taa'uuf osoo hin taane hojiif yoo qopheesse galmi hin ga'amne hin jiru.

Rakkoo wal xaxaa keessa dhaabbatee biyya kana fuudhee gara fuulduratti imalaa kan kan jiru hoogganaa keenya Abbaa malaa waliin taanee hiyyummaa Seenaa haa goonu!

Address

Shegger
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro-Asume now posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category