Koo wayyaa

Koo  wayyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koo wayyaa, Grocers, Sabata, Addis Ababa.

      Inisheetiiviiwwan keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun walitti hidhaminsa gabaa taasifameera. Ayyaana Qillee s...
04/01/2026


Inisheetiiviiwwan keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun walitti hidhaminsa gabaa taasifameera.

Ayyaana Qillee sababeeffachuun Inisheetiivii Galaan Guddaa keessatti yeroo jalqabaaf bittaa fi gurgurtaan gaggeeffameera .

Inisheetiiviiwwan iddoo Oomishaa qofa osoo hin taane bakka gurgurtaa keessatti gahee olaanaa qabaachuu himameera.

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Galaan Guddaa Obbo Indaashaaw Tarreessaa Inisheetiiviiwwan Beelladaa yeroo ammaa akka Aanaa keenyaatti qabnu keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun sangootaa fi hoolota iddoo hojii isaaniitti akka gurgurataniif walitti hidhaminsa gabaa taasisuun waldaaleen bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu himaniiru.

Hojiiwwan inisheetiiviiwwan keessatti hojjetama jiran waldaalee keenya fayyadamaa taasisuuf abbootii qabeenyaa fi namoota dhuunfaa afeeruun bittaa gurgurtaan yeroo jalqabaaf gaggeeffameera.

๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐ง๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ!****  24/11/2017 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa Aanaa Galaan Guddaatti Ashaaraa ...
31/07/2025

๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐ง๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ!
****
24/11/2017 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa Aanaa Galaan Guddaatti Ashaaraa keenya keenyee jirra.

Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii dhaloota utubuu fi madaala qilleenaa tiksuun walqabata. biyya diinagdee magariisaan badhaate uumuudha

Kanaaf, dhaloonni arraa dhaabuun, biyya ijaaruu qaba.

Karoora guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuuf akka biyyaatti qabame milkeessuufis guyyaa har'aa karaa qindoomina qabuun duula dhaabbii biqiltuu kan aanaa galaan guddaa gaggeessinee jirra.

Ummanni keenyas, karoora tarsiimaaโ€™aa Ashaaraa Magariisaa mootummaan isaa gadi buusuun hojjechaa jiru fudhatee hirmaannaa isaan deeggaree seenaa dalagaa jira. Kun immoo, dhaloonni kun itti gaafatamummaa isaa Karaa gutuun bahachaa jiraachuu isaa mirkaneessa.

26/01/2025
29/09/2024

Address

Sabata
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koo wayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category