Yosan Getahun

Yosan Getahun Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yosan Getahun, Grocers, Finfinnee, Addis Ababa.

Coming 🔜
23/09/2025

Coming 🔜

Qananii Addunyaa(jaalallee Art. Andualem Gosaa) boqotteejirti. Amanuuf namatti ulfaata😭.Waaqni lubbuu isheef boqonnaa, m...
11/03/2025

Qananii Addunyaa(jaalallee Art. Andualem Gosaa) boqotteejirti. Amanuuf namatti ulfaata😭.
Waaqni lubbuu isheef boqonnaa, maatiif firoottan isheef
jajjabina haa kennu.
😭

Waatu na gammachiise, waatummoo na gaddisiise:-wantin gadde hawwaasni kun Adaamaa Magaalaa guddoo jala( dhihoo) taa'aani...
28/02/2025

Waatu na gammachiise, waatummoo na gaddisiise:-wantin gadde hawwaasni kun Adaamaa Magaalaa guddoo jala( dhihoo) taa'aanii quba qabaatamuu dhabuu isaaniti.
_ Wanti na gammachiisemmoo, yaadaa fi humna qabnuun miira gaddaa keessa taanee yogguu dhaqnu, rakkoo hadhooftu sana keessa taa'anii miira gammachuu fi simboo abdii jireenyaa fuula isaanirra nutti mul'isuun ,akka wan alaa manni, golli isaanii guutuu ta'eetti ., nu keessummeessu fi nu simachuu isaaniti.!
Uummata koo., Aanaa Aantee koo Oromoon wal malee eenyu qaba, haa mararamnuufkaa, haa bimannuufkaa.!

Stop killing 😭😭😭😭
20/11/2024

Stop killing 😭😭😭😭

05/11/2024

08/10/2024
3rd Hachalu Hundesa Award    Outfit :- Faya fenet 🔥     Galatooma 🙏
29/06/2024

3rd Hachalu Hundesa Award
Outfit :- Faya fenet 🔥
Galatooma 🙏

Dhiira Dhiirumman nyaatte Kutattuu garaa tokkoo Korma seenaan kitilaa Gichillee gaafaa makkoo Qal’oo keessii sibiilaa Ha...
24/06/2024

Dhiira Dhiirumman nyaatte
Kutattuu garaa tokkoo
Korma seenaan kitilaa
Gichillee gaafaa makkoo
Qal’oo keessii sibiilaa
Hacee koo ya qeerrantii
Guggubachaa jiraanna
Baraa hamma baraattii…

Dogoggorarraa barachuun qajeelina!Biyya keenyatti dhimmi tokko erga darbee booda komiin heddummata. Taateen wayii osoo h...
13/06/2024

Dogoggorarraa barachuun qajeelina!

Biyya keenyatti dhimmi tokko erga darbee booda komiin heddummata. Taateen wayii osoo hin raawwatin dura dogoggoroota uumamuu malan dursa tilmaamuun wal gorsanii wal sirreessuun amala baramaa miti. Yoo dursitee waa dubbattes, "lafa jala maaf wacca?" jedhamta, malee ija gaarummaan namni ilaalu muraasa. Rakkoo/dogoggora uumamu tokko dursanii tilmaamuun gaaga'ama dhufu jalaa wal oolchuu osoo amaleeffannee gaarii natti fakkaata.

"Waa malee manni hin aaru" jedha Oromoon gaafa mammaaku. Anis waa malee miti kanan barreeffama kana katabeef. "Gamni kan darberraa barata" jedhu mitiiree? Bara darbe saantaan 'Hachalu Hundessa Award' waa hedduu nu agarsiise. Waa hedduus nu taajjabsiise. Taajjabbichi maali? Maaltummoo godhamuu qaba?

Innis maal seetani? Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa badhaasota kaanirraa waan adda isa godhu qaba. Badhaasa qofa osoo hin taane, yaadannoo waggaa waggaatis. Haacaaluun erga qaamaan nurraa adda bahee reefu waggaa 4(afur) guutuuf deema. Akkuma Etika Teferi "Sobnee sirbina keessi keenya madaa; Ijji imimmaan mormaan ragadaa" jedhe sana, gaddi Hacee uummata keenya keessaa hin baane. Yeroo waa'een Hacee ka'u, yeroo hunda ijji nu imimmaana'a. Garaa keenyatu gubata! (Ani gama koon yeroon Hacuu yaadadhu, imimmaan akka Asiidii nama gubu/dhangaggaa'utu keessa kootii madda.)
Kanaafuu, Award'chi sagantaa bashannanaa miti. Yaadannoodha!

Bara darbe garuu, waa hedduu argine. Mooraa sagantichi itti qophaa'e keessatti haalli ture sagantaa agarsiisa faashinii fakkaata ture. Uffannaan namoota muraasaa yaadannoo Hacee kan madaalu hin turre. Bakka 'night club'tiifuu ni saalfachiisa.
Kaan immoo sagantaa cidhaa fakkaata. Dhiiraa dubaraan wanti agarsiifamaa ture madaala hin kaasu.

Gama biraan immoo kan hedduu nama gaddisiisu, namoonni baay'een sagantaan booda garee gareen wal gurmeessanii mana ciffaraa/night club bulani. Wuskii, Gordon fi Shaampaayinii facaasaa bulan. "Gaddinee homtuu hin dhufu" kan jedhe fa'aatu ture. Ayii!

"Re'ee

Cidha Ittiiqaa Tafarii irratti. Ittiiqaafi Urjii keenya baga oofkaltan💓👍
02/06/2024

Cidha Ittiiqaa Tafarii irratti. Ittiiqaafi Urjii keenya baga oofkaltan💓👍

Congratulations 🥰Etika Teferii💐
02/06/2024

Congratulations 🥰
Etika Teferii💐

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yosan Getahun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category