Obsiiko

Obsiiko Page kiyyaa kana follow tolcha oromoo tiyya

Waan Ajaa'iba kana dubbisa 😍🫰💋🙈Yeroo hunda abbaa warraa ishii,hojjattuu mana isaanitti shakkiti. “Waan biraa waliin dala...
22/03/2026

Waan Ajaa'iba kana dubbisa 😍🫰💋🙈
Yeroo hunda abbaa warraa ishii,hojjattuu mana isaanitti shakkiti. “Waan biraa waliin dalaga(isa sana’’) jettee tu yaaddofti. Sababuma kanaaf,guyyaa tokko osoo abbaan warraa ishee hin argine, hojjattuu isaanii geggeessite. Galgala ifaa dhaamsitee,kutaa hojjattuun raftu seentee ciifte. Jaarsa ishee madaalufiidha!!
'
Inni waa mi'eeffate,suuta jedhee,lo'ee,kutaa ciisicha hojjattuu isaanii seene!! Itti maramee, dhudhungatee, waa eegale. Isheenis abboomamteefii xumurachiifte! “Har'a isa salphise!’’jettee, kaatee,yemmuu ifaa qabsiiftu,waardiyyaa isaanitu ishee ture.😁😀😩

Abbaan manaa ishee ala dhaabbatee, fiilmii mooraa isaatti dalagamu kana hordofaa ture. Borumtaa isaa bututtuu ishee harattee akka deemtu godhe.📖
🙈🙈👌💥

05/03/2026

With Sirkannaan Qashtii – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

19/02/2026

With Gadisa Badru – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

16/02/2026
09/02/2026

With Obsii Ko – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

 !!!   jedhamti. Dhalattuu Godina Harargee lixaa Anaa Habrooti.  Amantaa isiitii fi sheekkan Islaamaatiif nama kabaja gu...
09/02/2026

!!!
jedhamti. Dhalattuu Godina Harargee lixaa Anaa Habrooti. Amantaa isiitii fi sheekkan Islaamaatiif nama kabaja guddaa qabuudha. Soorettiin carraa Lootarii yaaluuf jecha Lootarii muratte; nama carra taatee konkolaataan modeelli suuraa irratti argitan kun isiif bahe. Akka shari'aa Islaamaatti qabeenyi oso hin hojjatin oso itti hin dafqin ykn itti hin huurkin maqaa Lootariitiin argamu haraama ta'uu yeroo itti himamu kabaja amantaa isiitiif qabduu fi soodaa Rabbii isiitiif jecha carraa konkolaataa isiif bahe fudhachuu diduun sodaan rabbii maal akka ta'e ummata Islaamaatiif barumsa guddaa dabarsitee jirti.

"Nama Rabbiif jecha waan tokko lakkise Rabbiin waan san caalu isaaf bakka buusa jedhan ergamaan rabbii s a w
Rabbiin rizqii bal'oo dhuma hin qabne madda halaal irraa isiif haa banu🤲🤲

keessaa koo seenii lallii hangaan  sii jalladhuu jiruu koo fulduràf akka sii abdadhuu dhannaa onnee koo sirrii dhagefadh...
06/02/2026

keessaa koo seenii lallii hangaan sii jalladhuu jiruu koo fulduràf akka sii abdadhuu dhannaa onnee koo sirrii dhagefadhuu jalalaa sii qabuu sirii naa hubadhuu jalaltii jirenyaa itiin qosuu hin tatuu akkaa tasa dhuftee akkaa tasa hin baduu tapha gemii tatee itiin hin taphatamtuu jalaltii dhugaadha dhugaa tapha hin tatuu Waal arkachun dirqamaa namnii Waal jallatuu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsiiko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category