Ahmed Gumma Warra

Ahmed Gumma Warra كن رجلا إن أتو بعده يقولون مر وهاذا الأثر❣️


(M2ET)

10/06/2026



Ragaa sobaatiin ummata burjaajessuun haa dhaabbatu.

Jalqabarratti Anumti mataa kiyyaaf Iid Mubaarak. Ee itti aansuun Namni Ganda Duniyaa jirtan cufti baga iida 1447H geessa...
27/05/2026

Jalqabarratti Anumti mataa kiyyaaf Iid Mubaarak.

Ee itti aansuun Namni Ganda Duniyaa jirtan cufti baga iida 1447H geessan, warra bara hedduu isin haa godhu.
fans

bareeduma gabroottan rabbii -
21/05/2026

bareeduma gabroottan rabbii -

 ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaa...
13/05/2026



⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira

✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.

🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar

⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.

Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.

Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Carraa addaati, itti fayyadamaa.

Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.

Obboleessa kiyya Imalli Fagoon Aakiraadha baga milkoofte.
11/05/2026

Obboleessa kiyya Imalli Fagoon Aakiraadha baga milkoofte.

Allaahu akbar allaahu akbar. Oduu gurraaf qalbii Tolu. Hanga Ilmiin jirtu wallaalli hin jiru inshaaAllaah. Gaafa Aduu 09...
11/05/2026

Allaahu akbar allaahu akbar. Oduu gurraaf qalbii Tolu. Hanga Ilmiin jirtu wallaalli hin jiru inshaaAllaah.

Gaafa Aduu 09/09/2018 ALDhI tti Shaashamannee, Masjiida Hamzaa Aalimatu qubsiifamuuf taa'a. shaashee tiyya ammallee rabbi oliin si haa deemu. Duraa Aalima Tuulaa qabdanii qooda isiniif ta'e isin bira haa tursiisu ilaahin

10/05/2026

7193 likes, 69 comments. “የአፍሪካ አካዳሚ 3ኛ ዙር ምረቃ ድባብ ከአድዋ አዳራሽ!”

Yeroo dhihootti Barnoota Shariyaa islaamaa Sadarkaa Dippiloomaatiin Afaan oromootiin...
09/05/2026

Yeroo dhihootti Barnoota Shariyaa islaamaa Sadarkaa Dippiloomaatiin Afaan oromootiin...

Address

Addis Ababa

Telephone

+251928072810

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Gumma Warra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share