Abdisaa Agaa

Abdisaa Agaa abdisaa Agaa

03/04/2026

Nama kabajaa hin beeyne kabajuun sodaa itti fakkaata ee
miskinaa wlh 😏♥️

26/03/2026
25/03/2026

With Æbdii CameraaPg – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉

06/03/2026

Rakkoo maatta gadi si qabde
Halkan kun kan furmaata
rabbi siif ha godhu 🤲

Yaaddon koo si boonseeSiif laannan gammachuuAn dadhabe hin jedhuSiif yaadan gubachuu!Imimmaan koo copheeGadda kee yoo dh...
13/02/2026

Yaaddon koo si boonsee
Siif laannan gammachuu
An dadhabe hin jedhu
Siif yaadan gubachuu!

Imimmaan koo cophee
Gadda kee yoo dhiqe
Siin tasgabbeessinaan
Kan jiruu koo jeeqe
Gammadi nan gaddaa
Abdii ofirraa mulqee!

Lubaa hangafa jaalalaaIsa akka warqeef meetiiOfitti qabeen si hammadhaHar'i guyyaa wal hammachuuti,Jedhe sitti hin odees...
12/02/2026

Lubaa hangafa jaalalaa
Isa akka warqeef meetii
Ofitti qabeen si hammadha
Har'i guyyaa wal hammachuuti,

Jedhe sitti hin odeessu
Guyyaa har'aaf si hawwee
Erga kan koo taate
Sin hammadha yoomilleen

Gartuu dhiiga kooti
Isa kolfan na sooru
Hammannaan guyyaa tokko
Gammachuu koof hin tolu

Erga naaf uumamte
Jaalallee koo taate
Yaadannu sin hammadha
Yoo karaan fagaate!🥰🤌

Qabirratti😅

07/02/2026

Namni hunduu kan siif yaadu yeroo wanti hundi darbeedha.💯💪

24/01/2026

Gurbaan Ani Jaaladhuu Tokkoo ciikii Naa Barbaadii Nan Jedheem🥹🥴

HT - One goal up, and a fine goal it was... 🤤Nous menons d'un but, et quel but ! 🤯 📸
07/05/2025

HT - One goal up, and a fine goal it was... 🤤
Nous menons d'un but, et quel but ! 🤯

📸

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdisaa Agaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share