Eba Music Training Center

Eba Music Training Center Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eba Music Training Center, Grocers, Addis Ababa.

Hinfakkaatu yoo ta'eyyuuta'ee argamaofiikoorra kan natti aanu abdiinkoo jira
14/05/2026

Hinfakkaatu yoo ta'eyyuu
ta'ee argama
ofiikoorra kan natti aanu abdiinkoo jira

Hin hafamu!
13/05/2026

Hin hafamu!

Waangaarii malee anaafoo yaada hamaa hinqabduIsa dubbatte waa'eekoof ati hin dagattu
06/05/2026

Waangaarii malee anaafoo yaada hamaa hinqabdu
Isa dubbatte waa'eekoof ati hin dagattu

01/05/2026

Gatiin dhadhabbii qajeelotaa jireenya,
bu'aan warra jal'ootaa immoo du'a;
Fakk.10:16

27/04/2026
Hundeenkoo amansiisaadha
24/04/2026

Hundeenkoo amansiisaadha

Namni jal'aan hojii hamaa hojjetetti hingala, funyoo cubbuu isaatiinis hinqabama; fakk. 5:22
18/04/2026

Namni jal'aan hojii hamaa hojjetetti hingala, funyoo cubbuu isaatiinis hinqabama; fakk. 5:22

Yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaafi yaada  wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isinii...
13/04/2026

Yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaafi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuuti malee, yaada isin balleessu miti. Erm 29:11

12/04/2026

Fayyinnikoo mirkanaa'eera

An homaa hingooneefi akkasumaan najaallateOfii ifa ta'ee dukkana keessaa nabaafateGatii cubbuukoo ofii fudhatee naaf jir...
10/04/2026

An homaa hingooneefi akkasumaan najaallate
Ofii ifa ta'ee dukkana keessaa nabaafate
Gatii cubbuukoo ofii fudhatee naaf jireenya laatee

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eba Music Training Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category