Abdusalaam Aliyyii

Abdusalaam Aliyyii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdusalaam Aliyyii, Grocers, Harar, Addis Ababa.

Baga gammaddan isin lachuu hora bulaa meeyradagaga wajjin nutura๐Ÿ’“ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ a
01/07/2024

Baga gammaddan isin lachuu hora bulaa meeyradagaga wajjin nutura๐Ÿ’“ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ a

Obsaan Dubbisii๐Ÿ‘‡Seenaa Shek Mahamad Tofiq ๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡  gurguddoo ilmii akka baharaatti walitti qabatan baayyeedhaan Rabbiin nubad...
24/06/2024

Obsaan Dubbisii๐Ÿ‘‡
Seenaa Shek Mahamad Tofiq ๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡

gurguddoo ilmii akka baharaatti walitti qabatan baayyeedhaan Rabbiin nubadhaase.

Ulamaa'ota keenya kheessaa Dargaggeessa lafaa dhufaa Urjii Ulamaa'ii taheeniin wal-isin barsiisa!!

Ulmaa'onni keenya durii khaasee hanga ammatti seenaa bareedduu dhuma hin qabne hojjata as gahan.:

gara qabsootin,Gara diiniin,gara hawaasummaa fi diinaggee kheessattillee qoonni isaan qaban kan laaftutti laalamuu miti.
Ulmaa'iin ifaa ardiidhaati,isaantu dachiii bareecha.Isaan kheessa kan arra irraa dubbachuuf deemnu
Dargaggeessa Aalima abbaa fanniilee baayyeedhaa



Sheekh Mohammed Abbaa Isaa Toofiq sheikh haamid Fi Haadhaa Isaa Faaxumaa Ahmad (faaxumaa Aammee ) irraa bara 1985 Baha oromiyaa harargee bahaa Anaa qarsaa zoonii laangay _Araddaa_bululo tti dhalatan.

Sheikh Mohammed Hoggaa umriin isaa barnootaaf geessu achuma iddoo dhaloota isaatti

Barnoota Amantii islaamaa Alif irraa eegalanii qur'aana hanga tokko Sheikh Ahmad Noolee Irratti baratan,Itti Aansuudhaan

Abbuma isaani Tofiqi sheikh haamid irratti qur'aana fixan,

Dabalataan barnoota:

.:

Akka safinaa,Bafadlii, mukhatasru abii shujaa, Umdatu naasik Fi minhaaju (Nawawii) abbaa isaa irratti baratan.

Sheikh Mohammed Tofiq Itti fufuudhaan Barnoota

fi marsaa 1ffaa Arba'inaa,Usuul_salaasa,Shuruuxu_ssalaat,Qawa'idul Arba'aa ,Kiitaabu towhid,kashfuu shubahaat, aqiida waasixiyyaa,xahaawiyyaa Bulugularam, Fi riyaadu ssalihin

( ), rabbiin rahmata isaaniif haa godhuu fi irratti baratan

marsaa 2ffaa (irra deebii) Gara sheeka sheekota fuula isaanii deeffatan

:

Bulughul maraam,Riyaadu salihiin,Tajriidu sarih fi Tafsira qur'ana qaraโ€™an

Akkasuma barnoota Faraaโ€™idaa kitaabban akka:

Iโ€™aanatuxxaalib, Al-raaโ€™id fi ilmil faraaโ€™id Fi manzuumat Al-rrahbiyyaa

Shekh Ah

  for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                   โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”...
23/06/2024

for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.








โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

as wr wb akaamnagaya fayyaa mirqanaa alhmdulilahii galnii karabiitii jumamubark hundii keesn bagarabiin isiniin gahee ka...
21/06/2024

as wr wb akaamnagaya fayyaa mirqanaa alhmdulilahii galnii karabiitii jumamubark hundii keesn bagarabiin isiniin gahee kariiz qii kagamachuu nuhaa godhuu

Eid mubaark baga geysan warra baranaa kan bara heddu nu haagodhu kan jaalalaa๐Ÿ’• kan rizqqi kan gamchu  ุนูŠุฏุงู„ู…ุจุงุฑูƒ ุชู‚ุจู„ ุงู„...
15/06/2024

Eid mubaark baga geysan warra baranaa kan bara heddu nu haagodhu kan jaalalaa๐Ÿ’• kan rizqqi kan gamchu ุนูŠุฏุงู„ู…ุจุงุฑูƒ ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ูˆู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุฃุนู…ุงู„

15/06/2024
โ€œAni abbaa malee guddadhe biyyatillee Dinnichaa fi shunkurtii kiloo 60 Dugdaatti baadhee magaala naannoo keenya jiru gee...
14/06/2024

โ€œAni abbaa malee guddadhe biyyatillee Dinnichaa fi shunkurtii kiloo 60 Dugdaatti baadhee magaala naannoo keenya jiru geesse gurguree obboloota kooti fi harmeekoo gargaara ture jiru biyya dadhabnaan of jijjiree harmee tiyya fi obboloota kiyya gargaaru biyya bahe kophaa koo jireenyi nati ulfaannan nama lama tane dalaganna jedhee dhiirati makame amma gurbaan ani abbaa mana godhee rakko fi balโ€™o tiyya walin dabarsa jedhellee dina nati taโ€™e !
maloo Oromoo tiyya na bira dhaabbadha akka ilmoo koo Guddifadhu biyyati nagalchaa jettee obbolleettin keenya keeriyaan Guyyaa kaleesaa tik tok irraati booya turte !!
Marree oromookoo nama gargaaruf nama taโ€™un qofti gahaadha namoonni obbooleetti teenya keeriyaa gargaaru barbaadan lakkofsi herreega banki maqa Meseret Daba Kene fi Dita Husein Abdurehim banameefii jira waan dandeessanin bira dhaabbadhaa

Account ::
Ethiopia Negd Bank
1000633642544
Meseret Daba & Dita Husein

Warri karaa tik tokitin gargaaru barbaadan immoo boru galgaala mana Makii Oromia ykn mana kiyyati goona itti qophaaya rabbi biyya namati isiin hin rakkisin obbolootakoo !! โ€œ
Via :Asiledin Mohammed

โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆMiami Beach โ›ฑ๏ธ Flo...
11/06/2024

โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ
Miami Beach โ›ฑ๏ธ Florida USA ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ
Al Ahmadi City Kuwait ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ผ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ผ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ผ โค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ
New York City USA ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ
Tuhina Khatun





























ุงู„ุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ Dargageessa cimaa obsi isaa cimaa quuqama diinsa tiif qabu irraa Hubadhe zabana dheeran beeka jarj...
06/06/2024

ุงู„ุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡
Dargageessa cimaa obsi isaa cimaa quuqama diinsa tiif qabu irraa Hubadhe zabana dheeran beeka jarjaree hin janneen laaleti an niin jaaladha Mataan kee sihaa bulu akii kiyya siin jaaladha facaasi dawallee haqaa Rabbiin sabaata siif haakennu Mu'aaz Bushraa

Namnii risqii halaal barbaadu aamiiiiiiiiiin jatumalee birkutin
05/06/2024

Namnii risqii halaal barbaadu aamiiiiiiiiiin jatumalee birkutin

Address

Harar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdusalaam Aliyyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category