Waldaa Masii Jiraataa Idil Addunyaa

Waldaa Masii Jiraataa Idil Addunyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Masii Jiraataa Idil Addunyaa, Grocers, Addis Ababa.

Karaa page kanaa yeroo yerootti barsiisa,lallaba,kadhannaa,faarfannaa fi kkf qabannee isiniif dhiyaanna.kanaaf invite,share,follow,comment,like gochuun nu deeggaraa!

Irraa hin hafamu.
02/04/2026

Irraa hin hafamu.

Oduu gammachiisaa.Namni baay'ee jaalannu  /O keessatti ashaaraa ajaa'bsiisaa qabu, waan faarfatu jiraachuudhaan baay'oli...
21/02/2026

Oduu gammachiisaa.
Namni baay'ee jaalannu /O keessatti ashaaraa ajaa'bsiisaa qabu, waan faarfatu jiraachuudhaan baay'oliif fakkeenya gaarii kan ta'e Faar. Girma Kusa kunoo isaa 5ffaa mata duree jedhu qabatee as ba'ee Jira.
Albemni kun Bitootessa 13 2018ALI WGW ni eebbifama.

Hagasitti link armaan gadiittiin seenuudhaan youtube isaa gochaa haa eeggannu

https://youtube.com/?si=Vp-5zuM7Gad4ll99

" si balleessuudhaaf mi'i waraanaa yoo qopheeffame iyyuu, si miidhuu hin danda'u, dubbii warra firdii duratti si hammees...
04/02/2026

" si balleessuudhaaf mi'i waraanaa yoo qopheeffame iyyuu, si miidhuu hin danda'u, dubbii warra firdii duratti si hammeessaniis in busheessita; kun wanta garboonni koo ana biraa argatanii dha, isa ani isaaniif dhugaa baasuu dhas" jedhe; Waaqayyo isa kana dubbateera."
(Macaafa Isaayaas Raajichaa 54: 17)

10/10/2025

14 Hafuurri qulqulluun immoo warri kan Waaqayyoo ta'an galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nuyi argachuuf jirruuf qabdii keenya.

Boru Guyyaa guutuu Ana malee waaqayyo Kan biraa hin jiru. Ani Nan ajjeesa Nan jiraachisas,Ani Nan madeessa Ani Nan fayyi...
04/10/2025

Boru Guyyaa guutuu
Ana malee waaqayyo Kan biraa hin jiru. Ani Nan ajjeesa Nan jiraachisas,Ani Nan madeessa Ani Nan fayyisas.homtinuu harkakoo keessaa baasuu Kan danda'u hin jiru.
kes 32:39

JAJAMI.Nagaan koottu
23/09/2025

JAJAMI.

Nagaan koottu

18/09/2025

OTOO JI'I KUN HIN XUMURAMIIN
WAAQAYYO DHIMMAKEE SIIF HAA XUMURU.

Baga Bara 2018 Geessani.@@@@@@@@@@Waaqayyo yommus Museedhaan, β€œMaaliif gara kootti iyyita? Ka'anii gara fuula duraatti a...
12/09/2025

Baga Bara 2018 Geessani.
@@@@@@@@@@
Waaqayyo yommus Museedhaan, β€œMaaliif gara kootti iyyita? Ka'anii gara fuula duraatti akka adeemaniif Israa'elootatti himi!

07/09/2025

Uuff Na Dhukkube. πŸ˜”πŸ₯²πŸ₯²
Beddelleetti milishaatu haadha manaasaa Reeba jedhan.

Suma sumaanin jedha Barri 2018 Bara milkaa'ina keeti.
03/09/2025

Suma sumaanin jedha
Barri 2018 Bara milkaa'ina keeti.

Madda Lola keenyaafi madda gargaarsa keenyaa.( The sourse of our warfare and the sourse of our help.)α‹¨αŒ¦αˆ­αŠα‰³α‰½αŠ• αˆαŠ•αŒ­αŠ“ የαŠ₯αˆ­α‹³α‰³α‰½...
31/08/2025

Madda Lola keenyaafi madda gargaarsa keenyaa.( The sourse of our warfare and the sourse of our help.)
α‹¨αŒ¦αˆ­αŠα‰³α‰½αŠ• αˆαŠ•αŒ­αŠ“ የαŠ₯αˆ­α‹³α‰³α‰½αŠ• αˆαŠ•αŒ­ ፒ
Far 124:1-8.
#, Madda Lola keenyaa.
1 Namoota. A, Nurratti ka'uun
B. Nutti aaran =fayyaatti nu liqimsu Turan.
2, Lolaa, Nu fudhatee sokka ture.
3, Bishaan mataa keenyarra yaa'a ture.
4, Kiyyoo nu qaba ture. Far 124:7, Fkn 1:17,Isa 40:39
#, Madda Gargaarsa keenyaa.
1, waaqayyo.
Waaqayyo inni afaan isaanii keessa nu hin buusin,
ulfinaan haa jajamu! Far 124:6
maqaa waaqayyoo Isa waaqaafi lafa uumeen nuy gargaarsa arganne.Far 124:8

@@@ Ameen jedhii darbi Ergaakeeti. Waaqayyo, β€œAni matumaa si hin dadhabu, si hin buusus!” jedheera*.Ibr 13:5
31/08/2025

@@@ Ameen jedhii darbi Ergaakeeti.
Waaqayyo, β€œAni matumaa si hin dadhabu, si hin buusus!” jedheera*.
Ibr 13:5

Address

Addis Ababa
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Masii Jiraataa Idil Addunyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waldaa Masii Jiraataa Idil Addunyaa:

Share

Category