Ibraahim tensa

Ibraahim tensa Our end is death! Don't be -ve, Be +ve I ♥️ +ve

💥
05/05/2026

💥

05/05/2026
Ramadaan 1447'ffaa.ታሪክ አይረሳም ✍️
24/03/2026

Ramadaan 1447'ffaa.

ታሪክ አይረሳም ✍️

16/11/2025

Dhawaata dhaadheffama dhaadheffamtu, jaalachaa deemtuun dheedhachaa deemta.

Jiraachuun jireenya kan ta'u; Yoo waan jiraachifamteef raawwachaa jiraatteedha. Jechuun:- Uumaan si uume, waan uumaan si...
11/11/2025

Jiraachuun jireenya kan ta'u; Yoo waan jiraachifamteef raawwachaa jiraatteedha. Jechuun:- Uumaan si uume, waan uumaan si uumeef beeytee yoo jiraachisaa jiraatte, jiraattee waan uumamteef jiraachisaa jirta. Ee jiraadhu siichiittis🌷

Sadaasa Bareedduu🌷🌄 1/3/2018

07/11/2025

Qe'ee teenna🌷🌅♥️🥰

Bara 2016🖤

Dabtara kutaa 4 - 12 tti📖✍️Dhamaatii Bu'a Qabeessa Godhi😥
07/11/2025

Dabtara kutaa 4 - 12 tti📖✍️

Dhamaatii Bu'a Qabeessa Godhi😥

07/11/2025

Dabtaroota Kutaa Afur(4)irraa hanga Kutaa Kudha lamaatti(12)

07/11/2025

Lakkoofsoota Tokkorraa(1) Hamma Kumaatti (1000) jechaan Batreessaa jedhe Barsiisaan tokko

Gaafa Kutaa 5ffaa Baradhu Sana😄😍

Maqaa Abbootaa, Akaakileefi Abaabile
07/11/2025

Maqaa Abbootaa, Akaakileefi Abaabile

Address

Adaamaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibraahim tensa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share